{"id":9247,"date":"2025-10-08T12:00:01","date_gmt":"2025-10-08T12:00:01","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=9247"},"modified":"2025-10-08T12:00:03","modified_gmt":"2025-10-08T12:00:03","slug":"milkaainni-damee-anniisaan-itoophiyaatti-galmaae-fakkeenya-hojii-hooggansa-qindaaaati-forbes","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/","title":{"rendered":"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa&#8217;e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN Plus- Fulbaana 28\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Saaliim Alii, Saayintistii Yuunivarsitii Dalawaare yoo ta\u2019an, barreeffama barruu Forbes irratti maxxansiisaniin, hooggansi mootummaa qindoomina qabu hojii kamiyyuu galmaan ga\u2019uu irraa duubatti akka hin jenne, Itoophiyaan fakkeenya ta\u2019uu mirkaneessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Lammiileen Itoophiyaa Qaammee bara 2017 keessa Hidha Haaromsa ijaaranii xumuruun eebbisiisuun injifannoo guddaa argatanii jiraachuu eera, barreeffamni hayyuu kanaa.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaromsi Anniisaa Elektirikaa maddisiisuun hidha Afrikaa keessaa isa guddaa ta\u2019uus yaadachiiseera. Pirojektiin Haaromsaa biyyootni garaa garaa silaa faayinaansiin deggeruuf waadaa galan biyyoota yaa\u2019a gadii waliin walitti bu\u2019iinsatti seensisa jedhuun yaaddoo qaban kan fashaleesse ta\u2019uu Forbes hordoftoota isaaf ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyootni yaa\u2019a gadii Haaromsi nu miidha jedhanii olola waraanaa afarsaa turanillee, Looreetiin Nobeelii Nagaa Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) yaaddoo isaanii kana hunda karaatti hambisuun, galma isaaniitti cichanii Riivaanii Haaromsaa kutuun, injifannoon qindoomina hooggansa mootummaafi uummata isaaniin argamuu carraa ittiin mirkaneessan isa olaanaa ta\u2019uu eera, Forbes.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan coba bishaanii, coba dafqaa, coba imimmaaniifi coba dhiigaa lammiilee isheen humna, maallaqaafi beekumsa ofiitiin \u201cHaaromsa\u201d milkeessitee, \u201cBarii\u201d misiraachoon labsuu ishee kan kaase Forbes, lammiileen Itoophiyaa doolara Ameerikaa miliyoona 400 fi miliyoona 60 ol guduunfaa isaaniirraa hiikuun Haaromsaaf gumaachuu yaadachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyootni waadaa galan Forbes maqaan eere, osoo \u201cDumbulloo\u201d tokkollee hin gumaachin, osuma ijni isaanii, firaafi alagaa akkasumas diinni ilaaluu, Haaromsi dhalatee, haaromsi guddatee, haaromsi ga\u2019eessa ta\u2019ee, ijuma isaanii fuulduratti surraa gonfachuun madda ifaa Afrikaa ta\u2019uu caqaseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanaafis, lammiileen Itoophiyaa duulaan, boondii bituun, sagantaawwan ispoortii garaa garaa qopheessuufi carraa lootarii mijeessuun daayaspooraanis Haaromsaaf gumaachuun ashaaraa hin dagatamne kaa\u2019uun kan eerame yoo ta\u2019u, gumaachi aayyoon sabbata ishee hiiktee taasiste, liistiroo hamma abbaa qabeenyaatti hirmaannaan ho\u2019aa taasifame, bu\u2019aa galmaa\u2019een deebii quubsaafi boonsaa argachuu barruun Forbes barreeffama isaa baaseen hordoftoota isaa biraan ga\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Lammiileen Itoophiyaa harki walakkaan ifaa abdiin eegan misiraachoo kanaan gammachuun isaanii dachaa ta\u2019uu eeruun, Looreetiin Noobeelii Richaard Ismaalii jedhaman, \u201dHanqinni qaqqabummaa annisaa rakkoo guddaa dhala namaa quunnamaa jiru, hiyyummaa keessa bahuufis annisaan furtuu murteessaati\u201d jechuun akka ibsan, barreessaan barruu kanaa ni caqasu.<\/p>\n\n\n\n<p>Barreessaan barreeffama kanaa Ministira Muummeee Abiyyi Ahimad yeroo digirii isaanii doktorummaa baratan akka isaan beeku caqasuun dhimma Laga Abbayyaa irratti durumaanuu xiyyeefannoo olaanaa kennuufi milkaa\u2019ina pirojektii Haaromsaaf kallattii kan agarsiisu akka ture yaadatu.<\/p>\n\n\n\n<p>Pirojektii Hidha Haaromsaan milkaa\u2019ina argame Qindoominni Hooggansa Mootummaa, \u2018Convergent Governance\u201d jechuunis gaggeessaan mul\u2019ata qabu birmadummaa anniisaafi misoomaa mirkaneessuuf dhaabbilee hanga gajjallaatti jiran waliin qindaa\u2019uun hojjachuun galma qabate milkeessuuf tattaaffii taasifame, Itoophiyaa akka fakkeenyaatti eeruun ibsee jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Qindoominni hooggansaa kun ogummaa dhaabbilee gara garaatiin deggeramuun sadarkaa olaanaa irra ga\u2019uus eereera.<\/p>\n\n\n\n<p>Daandii Xiyyaara Itoophiyaa, akkauma, Itoophiyaa addunyaa maratti beeksisu hundaa, hooggansi qindaa\u2019aan Haaromsa milkeessuun seenaa boonsaa galmaa\u2019een beekamtii olaanaa argachuu kaasa.<\/p>\n\n\n\n<p>Barruun Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) irra deddeebi\u2019uun ajaa\u2019ibsiifannaan kaasu kun, milkaa\u2019ina argameef, yaadni isaanii \u201cIda\u2019amuu\u201d jedhamuun kitaabaan barreeffame, wal ta\u2019uun, qindaa\u2019uufi hojiin garee milkaa\u2019ina akkasii akka fidu sirriitti lafa kaa\u2019a\u201d jedha.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyootni yaa\u2019a gadiis dhiibbaan Haaromsaan isaan irra ga\u2019u tokkollee waan hin jerreef akka Naannootti qindaa\u2019anii Itoophiyaa waliin hojjachuu akka qaban, barreessaan barruu kanaa dhaameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"9247\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"eb9530e721\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9247\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN Plus- Fulbaana 28\/2018 Saaliim Alii, Saayintistii Yuunivarsitii Dalawaare yoo ta\u2019an, barreeffama barruu Forbes irratti maxxansiisaniin, hooggansi mootummaa qindoomina qabu hojii kamiyyuu galmaan ga\u2019uu irraa duubatti akka hin jenne, Itoophiyaan fakkeenya ta\u2019uu mirkaneessaniiru. Lammiileen Itoophiyaa Qaammee bara 2017 keessa Hidha Haaromsa ijaaranii xumuruun eebbisiisuun injifannoo guddaa argatanii jiraachuu eera, barreeffamni hayyuu kanaa. Haaromsi Anniisaa Elektirikaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":9248,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[27,24],"tags":[],"class_list":["post-9247","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-diinagdee","category-dipploomasii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa&#039;e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa&#039;e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN Plus- Fulbaana 28\/2018 Saaliim Alii, Saayintistii Yuunivarsitii Dalawaare yoo ta\u2019an, barreeffama barruu Forbes irratti maxxansiisaniin, hooggansi mootummaa qindoomina qabu hojii kamiyyuu galmaan ga\u2019uu irraa duubatti akka hin jenne, Itoophiyaan fakkeenya ta\u2019uu mirkaneessaniiru. Lammiileen Itoophiyaa Qaammee bara 2017 keessa Hidha Haaromsa ijaaranii xumuruun eebbisiisuun injifannoo guddaa argatanii jiraachuu eera, barreeffamni hayyuu kanaa. Haaromsi Anniisaa Elektirikaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-10-08T12:00:01+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-10-08T12:00:03+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"952\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"820\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa&#8217;e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes\",\"datePublished\":\"2025-10-08T12:00:01+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-08T12:00:03+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/\"},\"wordCount\":513,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Diinagdee\",\"Dipploomasii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/\",\"name\":\"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa'e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-10-08T12:00:01+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-08T12:00:03+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg\",\"width\":952,\"height\":820},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9247\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa&#8217;e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa'e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa'e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN Plus- Fulbaana 28\/2018 Saaliim Alii, Saayintistii Yuunivarsitii Dalawaare yoo ta\u2019an, barreeffama barruu Forbes irratti maxxansiisaniin, hooggansi mootummaa qindoomina qabu hojii kamiyyuu galmaan ga\u2019uu irraa duubatti akka hin jenne, Itoophiyaan fakkeenya ta\u2019uu mirkaneessaniiru. Lammiileen Itoophiyaa Qaammee bara 2017 keessa Hidha Haaromsa ijaaranii xumuruun eebbisiisuun injifannoo guddaa argatanii jiraachuu eera, barreeffamni hayyuu kanaa. Haaromsi Anniisaa Elektirikaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-10-08T12:00:01+00:00","article_modified_time":"2025-10-08T12:00:03+00:00","og_image":[{"width":952,"height":820,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa&#8217;e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes","datePublished":"2025-10-08T12:00:01+00:00","dateModified":"2025-10-08T12:00:03+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/"},"wordCount":513,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg","articleSection":["Diinagdee","Dipploomasii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/","name":"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa'e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg","datePublished":"2025-10-08T12:00:01+00:00","dateModified":"2025-10-08T12:00:03+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560086537_1259685172846923_3865041632160229036_n.jpg","width":952,"height":820},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9247\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Milkaa\u2019inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa&#8217;e fakkeenya hojii hooggansa qindaa\u2019aati- Forbes"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9247","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=9247"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9247\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":9249,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9247\/revisions\/9249"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/9248"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=9247"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=9247"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=9247"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}