{"id":9314,"date":"2025-10-09T13:29:28","date_gmt":"2025-10-09T13:29:28","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=9314"},"modified":"2025-10-10T05:32:22","modified_gmt":"2025-10-10T05:32:22","slug":"gaaziin-uumamaa-faayidaa-industirii-fi-konkolaataaf-akkamiin-oola","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/","title":{"rendered":"Gaaziin Uumamaa  Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Fulbaana 29\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan Naannoo Somaalee bakka Kaalub jedhamutti Warshaa Oomisha Gaazii Uumamaa Ogaaden waggaatti gaazii uumamaa liitira Miliyoona 100 fi Miliyoona 11 oomishuu danda\u2019u torban darbe keessa eebbisiisteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ijaarsa warshaa gaasii uumamaa marsaa 2ffaa wayituma kana kan jalqabsiisan yoo ta\u2019u kunis liitira Biliyoona Tokkoo fi Miliyoona 300 ol oomishuu akka danda\u2019u ibsanii turan. <\/p>\n\n\n\n<p>Isaan keessaa tokko konkolaataawwan gaazii uumamaa fayyadamaniif kan oolu akka ta\u2019e eeraniiru. Faayidaan inni biraa ammoo Indastiriiwwaniif akka oolus ibsanii turan.<\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>Gaaziin uumamaa maali? <\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Akkamiin konkolaataafi indastiriif oola yaadota jedhan irratti odeeffannoowwan madden garaa garaa irraa walitti qabanne isiniif dhiyeessina.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"662\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-56-51-1024x662.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-9316\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-56-51-1024x662.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-56-51-300x194.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-56-51-768x497.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-56-51.jpg 1200w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Gaaziin uumamaa albuudota lafa jalatti argaman keessaa tokko yoo ta\u2019u, gosoota albuudaa biroo kanneen akka dhagaa cileefi boba\u2019aa uumamaan jiru \u201cCrude oil\u201d jedhamee beekamu waliin argama. Isaan kun sadan bakka tokkotti \u201cFossil Fuel\u201d jedhamuun beekamu.<\/p>\n\n\n\n<p>Gosoota gaazii uumamaa kanneen akka Miteenii, Iteenii, Buteenii fi Piroopeenii yoo jiraatan, baay\u2019inaan kan argamuufi hojiirra oolu Miteeniidha.<\/p>\n\n\n\n<p>Gaazii Uumamaa kanaaf warshaan ijaaramee, wantoota garaa garaa irraa akka qulqullaa\u2019u taasifamuun kuusaawwan qopheeffaman keessatti bakka tokkotti akka turu taasifama. Sanaan booda warshaaleen oomishoota garaa garaaf fayyadaman mala geejjibsiisa adda addaan gara warshaalee kanneeniitti akka geejjibsiifaman ta\u2019uun madda anniisaa ta\u2019uun kan fayyadanidha.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma kanaanis, warshaalee akka waraqaa, daawwitiifi sibiilaaa keessatti akka madda anniisaatti baay\u2019inaan hojiira oola.<\/p>\n\n\n\n<p>Warshaaleen akka qorichaa fi meeshaalee wal\u2019aansa qorichaa, meeshaalee miidhaginaa, pilaastikiifi kanneen biro anniisaa olaanaa barbaadanis gaazii uumamaa kanatti dhimma bahu.<\/p>\n\n\n\n<p>Imala gara Hawaatti taasifamuuf anniisaa gaazii uumamaa irraa maddu kanatti fayyadamuun akka danda\u2019amu ragaaleen ni agarsiisu. Rakkoo fayyaa ijaa jaamummaa fiduu danda\u2019u, moora ijaa \u201cCataract\u201d jedhamu yaaluuf illee ogeessotni akka fayyadaman himameera. Xaa\u2019oo oomishuuf illee anniisaan gaasii uumamaa irraa argamu galtee guddaadha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"683\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-2-1024x683.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-9319\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-2-1024x683.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-2-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-2-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-2.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p><strong><em>Gaazii Uumamaa Konkolaataaf akkamitti fayyadamna?<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Faayidaan gaaziin uumamaa kennu inni biraan dame geejjibaa keessatti boba\u2019aa konkolaataa bakka bu\u2019ee tajaajila kennuudha. Kunis, erga gaaziin uumamaa kun raabsaawwan boba\u2019aa, gaazii uumamaaf qophaa\u2019anitti mala teekinooloojiin deggerameen akka kuufamu taasifame booda konkolaataawwan gaasii uumamaa fayyadaman, Natural Gas Vehicles (NGV) jedhamaniif kan oolu ta\u2019a.<\/p>\n\n\n\n<p>Konkolaataawwan kunneen kan gaasii uumamaa qofa fayyadaman (Dedicated Vehicles), akkasumas kan gaazii uumamaas boba\u2019aa biraas fayyadaman (Mixed Fuel) fayyadamuu danda\u2019u.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkuma konkolaataan biraa boba\u2019aa guuttatutti buufataalee boba\u2019aa qophaa\u2019an irraa akka guuttatan taasifama. Konkolaataan gaasii uumamaa qofa fayyadamu, Kuusaa boba\u2019aa tokko innis kan gaasiif oolu qofa qabaata.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaanis konkolaataawwan gurguddoo boba\u2019aa fayyadaman gara biyya keessaa akka hin seenne kan dhorkuuf jirtu yoo ta\u2019u, kana booda gaasii uumamaa kanatti fayyadamuun, baasii guddaa bittaa boba\u2019aaf oolu hir\u2019isuuf karoorfamuu beekameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Konkolaattotni NGV akka hojiitti seenanis sochiileen taasifamaa akka jiran ni beekama.<\/p>\n\n\n\n<p>Gaaziin uumamaa KG 1\u2019n ukkaamfamee  (Compressed) ta\u2019e konkolaataan gaasii kana fayyadamu KM 34 ol akka deemu anniisaa akka kennu taasisuun isaas qorattootaan ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img decoding=\"async\" width=\"360\" height=\"270\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-45-2-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-9321\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-45-2-1.jpg 360w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-45-2-1-300x225.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 360px) 100vw, 360px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Kanaafuu, faayidaan inni guddaan boba\u2019a kana fayyadamuun argamu baasii mootummaan akka biyyaatti boba\u2019aa bituufi deggersa sektarichaaf taasisu hir\u2019isuu akkasumas baasii boba\u2019aaf ba\u2019u hanqisuun namootallee dhuunfaan ni fayyada.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyya keessatti oomishamuu isaan ammoo hanqina anniisaa warshaalee keessatti mudatu furuun warshaaleen gatii madaalawaan argatanii oomishtummaa isaanii akka daran guddisan taasisuun diinagdee biyyaatiif gumaacha guddaa qaba.<\/p>\n\n\n\n<p>Gaaziin Uumamaa, \u201cGreen Gas\u201d boba\u2019aa magariisa jedhamee kan waamamu yoo ta\u2019u konkolaattotni gaazii fayyadaman aarri isaan naannootti gadi lakkisan waan xiqqaatuuf faalama qilleensaa hir\u2019isuun rakkoo jijjiirama qilleensaa yaaddoo addunyaa ta\u2019e xiqqeessuu keessatti ga\u2019ee olaanaa akka qabu ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"683\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-57-06-1-1024x683.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-9322\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-57-06-1-1024x683.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-57-06-1-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-57-06-1-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-57-06-1.jpg 1200w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Oomisha gaasii uumamaa eegaluu isheen maqaan ishee sadarkaa idil-addunyaatti waamamaa yoo jiraatu, Itoophiyaan marsaa 2ffaan warshaa calaltuu boba\u2019aa uumamaa yoo xumurtu ammoo carraawwan guddinaa hedduu badhaadhina biyyattii mirkaneessan fidee akka dhufu gamanumaa tilmaamuun nama hin dhibu.<\/p>\n\n\n\n<p>Maddi: CNG, MET Group fi Worldometer<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"9314\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9314\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Fulbaana 29\/2018 Itoophiyaan Naannoo Somaalee bakka Kaalub jedhamutti Warshaa Oomisha Gaazii Uumamaa Ogaaden waggaatti gaazii uumamaa liitira Miliyoona 100 fi Miliyoona 11 oomishuu danda\u2019u torban darbe keessa eebbisiisteetti. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ijaarsa warshaa gaasii uumamaa marsaa 2ffaa wayituma kana kan jalqabsiisan yoo ta\u2019u kunis liitira Biliyoona Tokkoo fi Miliyoona 300 ol [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":9315,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[27,16,4],"tags":[],"class_list":["post-9314","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-diinagdee","category-editors-pick","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Fulbaana 29\/2018 Itoophiyaan Naannoo Somaalee bakka Kaalub jedhamutti Warshaa Oomisha Gaazii Uumamaa Ogaaden waggaatti gaazii uumamaa liitira Miliyoona 100 fi Miliyoona 11 oomishuu danda\u2019u torban darbe keessa eebbisiisteetti. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ijaarsa warshaa gaasii uumamaa marsaa 2ffaa wayituma kana kan jalqabsiisan yoo ta\u2019u kunis liitira Biliyoona Tokkoo fi Miliyoona 300 ol [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-10-09T13:29:28+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-10-10T05:32:22+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?\",\"datePublished\":\"2025-10-09T13:29:28+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-10T05:32:22+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/\"},\"wordCount\":609,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg\",\"articleSection\":[\"Diinagdee\",\"Editor's Pick\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/\",\"name\":\"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg\",\"datePublished\":\"2025-10-09T13:29:28+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-10T05:32:22+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg\",\"width\":1080,\"height\":720},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9314\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Fulbaana 29\/2018 Itoophiyaan Naannoo Somaalee bakka Kaalub jedhamutti Warshaa Oomisha Gaazii Uumamaa Ogaaden waggaatti gaazii uumamaa liitira Miliyoona 100 fi Miliyoona 11 oomishuu danda\u2019u torban darbe keessa eebbisiisteetti. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ijaarsa warshaa gaasii uumamaa marsaa 2ffaa wayituma kana kan jalqabsiisan yoo ta\u2019u kunis liitira Biliyoona Tokkoo fi Miliyoona 300 ol [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-10-09T13:29:28+00:00","article_modified_time":"2025-10-10T05:32:22+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":720,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?","datePublished":"2025-10-09T13:29:28+00:00","dateModified":"2025-10-10T05:32:22+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/"},"wordCount":609,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg","articleSection":["Diinagdee","Editor's Pick","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/","name":"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg","datePublished":"2025-10-09T13:29:28+00:00","dateModified":"2025-10-10T05:32:22+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/photo_2025-10-09_15-55-44-3.jpg","width":1080,"height":720},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9314\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Gaaziin Uumamaa Faayidaa Industirii fi konkolaataaf akkamiin oola?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9314","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=9314"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9314\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":9345,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9314\/revisions\/9345"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/9315"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=9314"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=9314"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=9314"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}