{"id":9530,"date":"2025-10-14T11:25:54","date_gmt":"2025-10-14T11:25:54","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=9530"},"modified":"2025-10-14T11:25:56","modified_gmt":"2025-10-14T11:25:56","slug":"galaana-diimaa-gaalatu-bishaan-itti-dhugaa-itoophiyaan-garuu-diinagdee-isheetiif-barbaaddi-garramuu-hulluuqaa-dr","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/","title":{"rendered":"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr)"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS &#8211; Onkoloolessa 04\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan biyya galaana lama gidduu jirtu taatee ulaa galaana argachuun ni malaaf jechuun Pirezidaantii Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa Garramuu Hulluuqaa (Dr) dubbatan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDooktar Garramuun turtii AMN Plus, Qophii &#8216;Roga Dubbii&#8217; waliin taasisaniin, Itoophiyaan Abbayyaa fi galaana Diimaa gidduu jiraachaa ulaa galaanaa dhabuun qaaniidha jedhanii, kana sirreessuuf tarsiimoo teessumaa (Geo strategy) ishee tolfachuun galaanaan wal arguu qabdi jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKana dhugoomsuuf hojiin diippiloomaasii dheeraan karaa Muumicha Ministeeraa hojjetameefi hojjetamaa jirus bu&#8217;a qabeessa ta&#8217;aa jiraachuu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"586\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560468998_1265620662253374_6286428125925749977_n-1024x586.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-9532\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560468998_1265620662253374_6286428125925749977_n-1024x586.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560468998_1265620662253374_6286428125925749977_n-300x172.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560468998_1265620662253374_6286428125925749977_n-768x440.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560468998_1265620662253374_6286428125925749977_n-1536x880.jpg 1536w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560468998_1265620662253374_6286428125925749977_n-1320x756.jpg 1320w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560468998_1265620662253374_6286428125925749977_n.jpg 1884w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200e\u200eGalaana diimaa dhabuu Itoophiyaatiif sababoonni sadii, tokko injifannoo Aduwaa bara 1890 booda Minilik Eritiriyaa gamatti dhiisuu, lammaffaa Dargiin federeeshinicha diiguu fi sadaffaan mootummaan ce&#8217;umsaa ADWUI daangaa ulaa galaanaa Eritiriyaaf kennuun madaa seenaa ta&#8217;eera jechuun dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMootumman beekamtii uummataa hin arganne yaroo ce&#8217;umsaa fayyadamee Asab kaleessa Eritiriyaa keessa hin turre kutuun murtoo jarjarsaatiin ergama Igipti dhugoomsuuf Asabiin nurraa kutanii Eritiriyaatti kenname jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eCarraan Itoophiyaan ittiin ulaa galaanaa dhabde inni biroo yaroo sanatti Barreessaa Olaanaa UN lammii Igipti Buutiroos Butiroos Gaalii fi dura taa&#8217;aan Komishiinii Gamtaa Afiriikaa lammii Igipti waan turaniif kana dawoo godhatanii ergama isaanii raawwachuus kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGaaffiin ulaa galaanaa Itoophiyaan gaafattu sababoota of danda&#8217;ee 4 qaba jedhu Dooktar Garramuun. Jalqaba guddina ariifataa irra jiraachuu, inni biroo biyyoota ulaa galaanaa hin qabne keessaa heeddummina uummataa Miliyoona 130 ol qabaachuu akkasumas itti dhiyeenya Asab irraa qabduufi Asab qabeenya uummata Itoophiyaa ta&#8217;uu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"800\" height=\"450\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560028941_1265620742253366_1043325609542338579_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-9533\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560028941_1265620742253366_1043325609542338579_n.jpg 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560028941_1265620742253366_1043325609542338579_n-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/560028941_1265620742253366_1043325609542338579_n-768x432.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 800px) 100vw, 800px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200eImaammanni Itoophiyaan biyyoota alaaf qabdu dursa biyyoota ollaaf ta&#8217;ee kunis nagaa, misooma walitti dhufeenya sabootaaf irratti hojjetaa jirti jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eOsoo waliif yaaduun jiraatee Ulaan galaanaa dubbiin ijoo hin ta&#8217;u ture, Eritiriyaanis ollaa keenya waan taateef nutis waliin guddanna jenna jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eEritiriyaan kana cinatti dhiisuun erga walaboomtee Itoophiyaaf nagaa laattee hin beektu, kan jedhan Dooktar Garramuun, ofiif dhimma keessoo Itoophiyaa jeequufi ergamtuu Igipt ta&#8217;uun danqaa nageenyaa fi misooma uummata Itoophiyaa taatee jiraachuu himan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKana sirreessuuf karaa nagaan itti deemama garuummoo gowwummaa keessaa baanee karaa sirriin qabeenya uummata Itoophiyaa Asabiin deeffachuun yaroon itti dheerachuu hin qabu jechuunis kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHawaasi dhimmi ulaa galaanaa wal qixa hubachuun mootummaa cina dhaabbachuu qaba, biyyooni dhimma kana dhageeffatan akka sirriitti hubataniif hojiin dippiloomaasii kana caalaa akka hojjetamuu qabuu himan.<\/p>\n\n\n\n<p>Kana keessattis hayyoonni garaagarummaa addatti kewwannee, dhimma biyyaa irratti waliin hojjechuun iyya uummata Itoophiyaafi mootummaa dhageettii addunyaa itti uumuu qabna jechuun dhaamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDaraartuu Tarreessaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"9530\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"cb78af4ea9\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9530\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Onkoloolessa 04\/2018 \u200eItoophiyaan biyya galaana lama gidduu jirtu taatee ulaa galaana argachuun ni malaaf jechuun Pirezidaantii Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa Garramuu Hulluuqaa (Dr) dubbatan. \u200eDooktar Garramuun turtii AMN Plus, Qophii &#8216;Roga Dubbii&#8217; waliin taasisaniin, Itoophiyaan Abbayyaa fi galaana Diimaa gidduu jiraachaa ulaa galaanaa dhabuun qaaniidha jedhanii, kana sirreessuuf tarsiimoo teessumaa (Geo strategy) ishee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":9531,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,23],"tags":[],"class_list":["post-9530","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS &#8211; Onkoloolessa 04\/2018 \u200eItoophiyaan biyya galaana lama gidduu jirtu taatee ulaa galaana argachuun ni malaaf jechuun Pirezidaantii Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa Garramuu Hulluuqaa (Dr) dubbatan. \u200eDooktar Garramuun turtii AMN Plus, Qophii &#8216;Roga Dubbii&#8217; waliin taasisaniin, Itoophiyaan Abbayyaa fi galaana Diimaa gidduu jiraachaa ulaa galaanaa dhabuun qaaniidha jedhanii, kana sirreessuuf tarsiimoo teessumaa (Geo strategy) ishee [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-10-14T11:25:54+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-10-14T11:25:56+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1869\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1079\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr)\",\"datePublished\":\"2025-10-14T11:25:54+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-14T11:25:56+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/\"},\"wordCount\":384,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/\",\"name\":\"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-10-14T11:25:54+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-14T11:25:56+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg\",\"width\":1869,\"height\":1079},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9530\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS &#8211; Onkoloolessa 04\/2018 \u200eItoophiyaan biyya galaana lama gidduu jirtu taatee ulaa galaana argachuun ni malaaf jechuun Pirezidaantii Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa Garramuu Hulluuqaa (Dr) dubbatan. \u200eDooktar Garramuun turtii AMN Plus, Qophii &#8216;Roga Dubbii&#8217; waliin taasisaniin, Itoophiyaan Abbayyaa fi galaana Diimaa gidduu jiraachaa ulaa galaanaa dhabuun qaaniidha jedhanii, kana sirreessuuf tarsiimoo teessumaa (Geo strategy) ishee [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-10-14T11:25:54+00:00","article_modified_time":"2025-10-14T11:25:56+00:00","og_image":[{"width":1869,"height":1079,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr)","datePublished":"2025-10-14T11:25:54+00:00","dateModified":"2025-10-14T11:25:56+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/"},"wordCount":384,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/","name":"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg","datePublished":"2025-10-14T11:25:54+00:00","dateModified":"2025-10-14T11:25:56+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/559524383_1265620525586721_683300044722725516_n.jpg","width":1869,"height":1079},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9530\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9530","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=9530"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9530\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":9534,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9530\/revisions\/9534"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/9531"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=9530"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=9530"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=9530"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}