{"id":9638,"date":"2025-10-15T12:08:35","date_gmt":"2025-10-15T12:08:35","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=9638"},"modified":"2025-10-15T12:09:40","modified_gmt":"2025-10-15T12:09:40","slug":"maanguddoo-jaarraa-walakkaa-oliif-osoo-arganii-hin-argu-jedhan","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/","title":{"rendered":"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii &#8216;hin argu&#8217; jedhan"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>AMN PLUS- Onkoloolessa 5\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggoota 50 caalaniif namootni kan isaan argan hunduu harka qabanii daandii ceesisaniiru. Akka konkolaataan isaan hin rukutne eeggannoo godhaniiruuf.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kan waan qaban kennaniifis hin dhabaman. Yoo waanuma ta\u2019aniif dhabanillee akkasumaan gaddaniifii hidhii xuuxanii kan darbanis jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhuguma garaa nama nyaatu. Maanguddoon umuriin isaanii 70 ta\u2019e kun waggoota 50 ta\u2019aniif ija isaaniitti kishaafaa godhatanii, harka isaaniitti ulee adii kan daandii qajeelcuuf malu qabatanii yoo adeeman, garaa nama nyaachuu hin oolan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Lammiin Xaaliyaanii maqaan isaanii hin ibsamne kun, ji\u2019a ji\u2019aan dhaabbata gargaarsaa magaalaa Vinseenzaa keessatti argamu irraa maallaqa fudhatu, isumaanis jireenya isaanii gaggeeffatu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Imalli jireenyaa isaanii ulee adii daandii adda baastuun qajeelfamee, gargaarsa dhaabbatni gargaarsaa magaalichaa taasisu irratti bu\u2019uureeffame.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sababni qaroo isaanii itti dhaban ammo osoo hojii irra jiranii balaa cimaa isaan irra gaheen tahuu dhaabbata gargaarsaa kanatti gabaafameeti, maallaqni kan kaffalamaafii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haa ta\u2019u malee, dhaabbatni gargaarsaa waggoota 53 guutuu Yuuroo Miliyoona tokkoo ol tola-ooltummaan kennaafii ture, tibbana waa shakkeera. Kanaafuu, dhimmicha poolisiitti himee qorachiisuu barbaade.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Poolisiin ragaa qindeessuuf abukaattoo wajjin ta\u2019ee maanguddoo kana hordofuu eegale. Hordoffiin kan jalqabe ammoo erga, hojjataan kaffaltii tokko, maallaqa yoo fudhatan, sochii shakkisiisu tokko taasisaniiti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Poolisiin hordoffii isaa jabeesse, ragaaf ammoo hojjataan dhaabbata gargaarsaa faana jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haalli itti biqiltuu kunuunsaniifi meeshaa garaa garaa fayyadamanii qulqullina naannoo isaanii eegan adda.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hordoffiin itti fufe. Yoo magaalaa ba\u2019an, jaarsi basha\u2019anii, ulee adii isaanii ofirraa baasanii, kishaafaa isaanii gatanii saffisaan magaalaa keessa kaatu. Suuqii seenanii waa bitatu. Rakkoo tokko malees kaffalu. Ijni isaanii bareechee arga. Sochiin isaanii kun hundaa waraabameera. Dhaabbatni Gargaarsaa Arzinyaanyoo Mana murtii Viseenzaatti himata bane.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yakki isaan ittiin himatamanis gocha waliin dhahuuti. Seera Xaaliyaanii gocha goyyomsaa dhorku irra daddarbuun maanguddoon waggoota 53\u2019f osoo qaro dhabeessa hin ta\u2019in qaro dhabeessa of fakkeessuun, maallaqa guddaa dhaabbata Arzinyaanyoo dhabsiise irraa faayidaa hunda kuteera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Maallaqa waggoota shanan darban keessatti fudhatan Yuuroo Kuma 200 ta\u2019u akka deebisan, manni murtichaa yoo murteessu, hidhaa bu\u2019uu fi dhabuu isaanii ilaalchisee waan &#8216;Oddity Central&#8217; jedhe hin qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gochootni goyyomsaa akkasii biyya keenya keessattis yeroo taasifaman waan mul\u2019atuuf, hawaasni of eeggannoo taasisuun, kanneen deggersi dhugumaan isaan barbaachisuuf garuu aadaan gargaaruu hawaasaa aka itti fufu ni jajjabeeffama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"909f677222\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9638\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Onkoloolessa 5\/2018 Waggoota 50 caalaniif namootni kan isaan argan hunduu harka qabanii daandii ceesisaniiru. Akka konkolaataan isaan hin rukutne eeggannoo godhaniiruuf. Kan waan qaban kennaniifis hin dhabaman. Yoo waanuma ta\u2019aniif dhabanillee akkasumaan gaddaniifii hidhii xuuxanii kan darbanis jiru. Dhuguma garaa nama nyaatu. Maanguddoon umuriin isaanii 70 ta\u2019e kun waggoota 50 ta\u2019aniif ija isaaniitti [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":3,"featured_media":9641,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[26],"tags":[],"class_list":["post-9638","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-oduu-dinqisiisaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.1 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii &#039;hin argu&#039; jedhan - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii &#039;hin argu&#039; jedhan - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Onkoloolessa 5\/2018 Waggoota 50 caalaniif namootni kan isaan argan hunduu harka qabanii daandii ceesisaniiru. Akka konkolaataan isaan hin rukutne eeggannoo godhaniiruuf. Kan waan qaban kennaniifis hin dhabaman. Yoo waanuma ta\u2019aniif dhabanillee akkasumaan gaddaniifii hidhii xuuxanii kan darbanis jiru. Dhuguma garaa nama nyaatu. Maanguddoon umuriin isaanii 70 ta\u2019e kun waggoota 50 ta\u2019aniif ija isaaniitti [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-10-15T12:08:35+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-10-15T12:09:40+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromocontent\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromocontent\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\"},\"headline\":\"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii &#8216;hin argu&#8217; jedhan\",\"datePublished\":\"2025-10-15T12:08:35+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-15T12:09:40+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/\"},\"wordCount\":363,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Oduu Dinqisiisaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/\",\"name\":\"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii 'hin argu' jedhan - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-10-15T12:08:35+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-15T12:09:40+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":1080},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9638\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii &#8216;hin argu&#8217; jedhan\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76\",\"name\":\"afanoromocontent\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromocontent\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromocontent\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii 'hin argu' jedhan - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii 'hin argu' jedhan - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Onkoloolessa 5\/2018 Waggoota 50 caalaniif namootni kan isaan argan hunduu harka qabanii daandii ceesisaniiru. Akka konkolaataan isaan hin rukutne eeggannoo godhaniiruuf. Kan waan qaban kennaniifis hin dhabaman. Yoo waanuma ta\u2019aniif dhabanillee akkasumaan gaddaniifii hidhii xuuxanii kan darbanis jiru. Dhuguma garaa nama nyaatu. Maanguddoon umuriin isaanii 70 ta\u2019e kun waggoota 50 ta\u2019aniif ija isaaniitti [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-10-15T12:08:35+00:00","article_modified_time":"2025-10-15T12:09:40+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":1080,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromocontent","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromocontent","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/"},"author":{"name":"afanoromocontent","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76"},"headline":"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii &#8216;hin argu&#8217; jedhan","datePublished":"2025-10-15T12:08:35+00:00","dateModified":"2025-10-15T12:09:40+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/"},"wordCount":363,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg","articleSection":["Oduu Dinqisiisaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/","name":"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii 'hin argu' jedhan - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg","datePublished":"2025-10-15T12:08:35+00:00","dateModified":"2025-10-15T12:09:40+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/565630191_1266441308837976_2284866131340085041_n.jpg","width":1080,"height":1080},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9638\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Maanguddoo jaarraa walakkaa oliif osoo arganii &#8216;hin argu&#8217; jedhan"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/5f665899e82ee8a0880632c986c3fa76","name":"afanoromocontent","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/024c286eb32a9435c35b67217b73c98c31597a6eb9941afba91e9aed1b4e9d6d?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromocontent"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromocontent\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9638","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/3"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=9638"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9638\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":9640,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9638\/revisions\/9640"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/9641"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=9638"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=9638"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=9638"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}