{"id":9890,"date":"2025-10-23T11:44:26","date_gmt":"2025-10-23T11:44:26","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=9890"},"modified":"2025-10-23T11:44:29","modified_gmt":"2025-10-23T11:44:29","slug":"dhaabbileen-magaalaa-finfinnee-saddeet-waloon-hojjechuuf-waliigaltee-mallatteessan","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/","title":{"rendered":"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>AMN PLUS- Onkoloolessa 13\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhaabbileen qindoominaan hojjachuu isaaniitiin sirna baruu fi barsiisuuf kan haala mijeessee fi qulqullina barnootaa kan mirkaneesse akka ta&#8217;e himame.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Milka&#8217;ina hojii kanaaf Kilaastari Misooma Hawaasummaa hojii bara baajataa 2018 irratti Biiroo Barnootaa Bulchiisa Magaalaa Finfinnee waliin waliigaltee hojii mallateessera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kilaastara Hawaasummaa waliin hojjachuuf Dhaabbileen saddeet qindoominaan hojjachuuf Waliigaltee mallateessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sirna mallattoo kana irratti gabaasni Raaawwii hojii kurmaana tokkoffaa kan bara kanaa dhihaachuun irratti mari&#8217;atameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sirni mallattoo kun Biiroo Fayyaa, Biiroo Dhimma Dubartootaa Daa&#8217;immanii fi Hawaasummaa,<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii, Mana Kitaabaa Abirihoot, akkasumas Dhaabbilee Siviikii sadii kan of-keessatti hammateedha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojilee Kilaastara Hawaasummaa kanaan ni hojjatamu jedhamanii kan adda bahan keesaa haqummaa fi walgahiinsa barnootaa fooyyesuu, qulqullina barnootaa mirkaneessuu, Eegumsa haawasummaa hammataa ta&#8217;e diriirsuu, akkasumas manneen barnootaa sadarkaan isaanii gadi aanaa ta&#8217;an gahoomsuu fa&#8217;adha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sirni Mallattoo kun qulqullina barnootaa foyyeessuu fi mirkaneessuuf gahee guddaa akka qabu Hogganaan Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Walitti Qabaan Kilaastara Misooma Hawaasummaa Dr. Zalaalam Mulaatuu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Koreen Tekinikaa biirolee, dhaabbilee fi qaamolee siivikii irraa walitti babahe hundaa&#8217;uun hojii kana fiixaan baasuuf hojjatamaa jiraachuu waltajjicha irratti ka&#8217;eera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Maanuwaalii hojii fi Karoora qaphaa&#8217;ee irratti mari&#8217;ataamaa turuu fi hojiin hanga ammaatti kilaastara Misooma Hawaasummaa kanaan hojjatame jajjabeessa ta&#8217;uu waltajjii sirna Mallattoo kanaa irratti himameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Manneen barnootaa Kanaan dura giddugala soorata hin qabne gara 300tti dhihaatan hojii qindoominaan hojjatame kanaan giddugala soorataa argachuu danda&#8217;aniirus jedhameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mana jireenyaa barsiisotaa mijeessuu, Sarkaa guddinaa barsiisotaa hojjachuu fi jijjiirrraa barsiisotaa aanjeessuu keessatti Waldaan Barsiisotaa Magaala Finfinnee adda durmmaan hojjataa jiraachuunis gabaasa raawwii kurmaana tokkoffaa kana irratti ka&#8217;eera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bayyanaa Taaddasaatu gabaase<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"ff1ee6c854\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9890\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Onkoloolessa 13\/2018 Dhaabbileen qindoominaan hojjachuu isaaniitiin sirna baruu fi barsiisuuf kan haala mijeessee fi qulqullina barnootaa kan mirkaneesse akka ta&#8217;e himame. Milka&#8217;ina hojii kanaaf Kilaastari Misooma Hawaasummaa hojii bara baajataa 2018 irratti Biiroo Barnootaa Bulchiisa Magaalaa Finfinnee waliin waliigaltee hojii mallateessera. Kilaastara Hawaasummaa waliin hojjachuuf Dhaabbileen saddeet qindoominaan hojjachuuf Waliigaltee mallateessaniiru. Sirna mallattoo [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":9891,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[28,3],"tags":[],"class_list":["post-9890","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-barnoota","category-oduu-finfinnee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Onkoloolessa 13\/2018 Dhaabbileen qindoominaan hojjachuu isaaniitiin sirna baruu fi barsiisuuf kan haala mijeessee fi qulqullina barnootaa kan mirkaneesse akka ta&#8217;e himame. Milka&#8217;ina hojii kanaaf Kilaastari Misooma Hawaasummaa hojii bara baajataa 2018 irratti Biiroo Barnootaa Bulchiisa Magaalaa Finfinnee waliin waliigaltee hojii mallateessera. Kilaastara Hawaasummaa waliin hojjachuuf Dhaabbileen saddeet qindoominaan hojjachuuf Waliigaltee mallateessaniiru. Sirna mallattoo [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-10-23T11:44:26+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-10-23T11:44:29+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1390\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/png\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"1 minute\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan\",\"datePublished\":\"2025-10-23T11:44:26+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-23T11:44:29+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/\"},\"wordCount\":272,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png\",\"articleSection\":[\"Barnoota\",\"Oduu Finfinnee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/\",\"name\":\"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png\",\"datePublished\":\"2025-10-23T11:44:26+00:00\",\"dateModified\":\"2025-10-23T11:44:29+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/10\\\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png\",\"width\":2048,\"height\":1390},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/9890\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Onkoloolessa 13\/2018 Dhaabbileen qindoominaan hojjachuu isaaniitiin sirna baruu fi barsiisuuf kan haala mijeessee fi qulqullina barnootaa kan mirkaneesse akka ta&#8217;e himame. Milka&#8217;ina hojii kanaaf Kilaastari Misooma Hawaasummaa hojii bara baajataa 2018 irratti Biiroo Barnootaa Bulchiisa Magaalaa Finfinnee waliin waliigaltee hojii mallateessera. Kilaastara Hawaasummaa waliin hojjachuuf Dhaabbileen saddeet qindoominaan hojjachuuf Waliigaltee mallateessaniiru. Sirna mallattoo [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-10-23T11:44:26+00:00","article_modified_time":"2025-10-23T11:44:29+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1390,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png","type":"image\/png"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"1 minute"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan","datePublished":"2025-10-23T11:44:26+00:00","dateModified":"2025-10-23T11:44:29+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/"},"wordCount":272,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png","articleSection":["Barnoota","Oduu Finfinnee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/","name":"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png","datePublished":"2025-10-23T11:44:26+00:00","dateModified":"2025-10-23T11:44:29+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/10\/307587629_455459286608946_7699116881724083189_n.png","width":2048,"height":1390},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/9890\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9890","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=9890"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9890\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":9892,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/9890\/revisions\/9892"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/9891"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=9890"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=9890"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=9890"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}