Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Goondaritti taa’amaa jira

You are currently viewing Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Goondaritti taa’amaa jira

AMN PLUS, Guraandhala 15, 2017 Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Goondaritti taa’amaa jira.

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa kan jiran yoo ta’uu, mata duree ‘Waadaa hanga Aadeffannaa’jedhuun taa’aamaa jira.

Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministira Waamamaa Olaanaa Mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigee fi Ministir Deetaa Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoo maricha dursaa jiraachuu ragaan Kominikeeshinii naannoo Amaaraarraa argame ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply