MM Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis waliin mari’atan

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis Roob Jeetan waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Roob Jeetan waliin dhimmoota waloorratti marii…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Neezarlaandis waliin mari’atan

Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinnee seenaa jiru

AMN PLUS- Ebla 28/2018 Rogeeyyii miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinneetti walitti qabaman keessaa yuutuuberri beekamaa Afrikaa, jijjiirama Finfinnee ardiifi addunyaaf gabaasuun kan beekamu Wodee Maayaan isa tokkodha. Wodee Maayaan lammii…

Continue ReadingRogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Ardii Afrikaa Finfinnee seenaa jiru

Ebli 27 guyyaa galmeen seenaa kaleessaa banamee itti dubbifamu qofa miti- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS , Ebla  27/2018‎Ebli 27 guyyaa galmeen seenaa kaleessaa banamee  itti dubbifamu qofa miti jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.‎Tajaajilichi Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Goototaa 85ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.‎Waggaa 85…

Continue ReadingEbli 27 guyyaa galmeen seenaa kaleessaa banamee itti dubbifamu qofa miti- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

Gootummaan har’aa guddina akka biyyaatti argame itti fufsiisudha – Pirezidaanti Taayyee

‎AMN PLUS – Ebla 27/2018 ‎‎Pirezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee guyyaa gootota Itoophiyaa waggaa 85ffaatti argamuun ergaa dabarsaniin gootummaan har'aa guddina akka biyyaatti argame adda durummaan itti fufsiidha jedhaniiru. Pirezidaantichi ‎Itoophiyaan…

Continue ReadingGootummaan har’aa guddina akka biyyaatti argame itti fufsiisudha – Pirezidaanti Taayyee

Dorgommii Biskileetii “City Mountain Bike”f dorgomtootni Itoophiyaa qophii akkamii taasisan?

AMN PLUS- Ebla 23/2018 Dorgommiin Biskileetii Idil-addunyaa “City Mountain Bike” Finfinneetti adeemsifamuuf qophiin xumurameera. AMN Sagaleen Dhalootaas dorgommii kana Dilbata dhufu Kallattiin biyyoota 67 keessatti tamsaasuuf qophiisaa xumureera. AMN PLUS…

Continue ReadingDorgommii Biskileetii “City Mountain Bike”f dorgomtootni Itoophiyaa qophii akkamii taasisan?

Mirgi Hojjetaa Kabajamuun Nageenyaafi Oomishtummaa Indaastariif Bu’uura – Guyyaa Hojjettootaa

AMN PLUS - Ebla 23/2018 Ministeerri Hojiifi Ogummaa mirgiifi fayidaan hojjetaa akka kabajamuuf, naannoon hojii mijataa akka ta'uu taasisuu qofa osoo hin taane hojjetaan haala addunyaa jijjiiramaa kana keessatti of-gahoomsuun…

Continue ReadingMirgi Hojjetaa Kabajamuun Nageenyaafi Oomishtummaa Indaastariif Bu’uura – Guyyaa Hojjettootaa

Itoophiyaan sirna teeknoloojii haaraa odeeffannoo sobaafi haasaa jibbiinsaatti adaba godhu ifoomsite

‎AMN PLUS - Ebla 23/2018 ‎Odeeffannoowwan miidiyaalee adda addarraa bahan to'achuufi odeeffannoo qabatamaa ta'uu isaanii adda baasuuf kan dandeessisuu sirni teeknoloojii to'annoofi bulchiinsa miidiyaalee qindaa'aan tumsa Inistitiyuutii Hubannoo Nam-tolcheefi Abbaa…

Continue ReadingItoophiyaan sirna teeknoloojii haaraa odeeffannoo sobaafi haasaa jibbiinsaatti adaba godhu ifoomsite

Itoophiyaan maal argattee biyyoota Baha Afrikaa keessaa gatii gadi bu’aan boba’aa dhiyeessiti? Iccitiin jiru hoo! AMN Dijitaal dubbii faana dha’eera!

AMN PLUS - Ebla 22/2018 Baha Afriikaatti biyyoota gatiin boba’aa gadi bu’aa ta’e keessaa Itoophiyaan ishee tokko ta’uu ragaalee garaagaraan gabbisuun kan dhiyeessan Pirees Sekireetariyaatiin Waajjira Ministira Muummee Billanee Siyyumidha.…

Continue ReadingItoophiyaan maal argattee biyyoota Baha Afrikaa keessaa gatii gadi bu’aan boba’aa dhiyeessiti? Iccitiin jiru hoo! AMN Dijitaal dubbii faana dha’eera!

Finfinneen Indaastirii Itoophiyaa dhibbeentaa 40 of-keessaa qabdi: Obbo Miliyoon Maatiwoos

AMN PLUS – Ebla 22/2018 Dhaloota dandeettii waa kalaquun gahoome horachuun guddina indaastiriif bu'uura Jedhan Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoogganaan Biiroo Hojiifi Ogummaa Magaalaa Finfinnee Obbo Miliyoon Maatiwoos. Kabaja torbee…

Continue ReadingFinfinneen Indaastirii Itoophiyaa dhibbeentaa 40 of-keessaa qabdi: Obbo Miliyoon Maatiwoos

Tarsiimoon lammiilee Itoophiyaa hirkattummaarraa bilisa baasuuf bocame bu’aa buusaa jira – TKM

AMN PLUS - Ebla 22/ 2018 Itoophiyaan wabii nyaatatiin of danda’uuf imaammatni tarsiimoo diriirsite har’a lammiilee Miliyoonaan lakkaa’aman hirkattummaa jalaa baasuun gara oomishtummaatti kan ceesise walitti fufiinsaan milkaa’inni baay’een galmaa’aa…

Continue ReadingTarsiimoon lammiilee Itoophiyaa hirkattummaarraa bilisa baasuuf bocame bu’aa buusaa jira – TKM