Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Samaraa taa’amaa jira

You are currently viewing Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Samaraa taa’amaa jira

AMN PLUS, Guraandhala 15, 2017

Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti taa’amaa jira.

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa kan jiran yoo ta’uu, mata duree ‘Waadaa hanga Aadeffannaa’jedhuun taa’aamaa jira.

Pireezidaantii Naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoo dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoolee maricha dursaa jiraachuu ibsameera.

Konfiraansii Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalota 25 keessatti taa’ama.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply