MM Abiyyi Ahimad Hojii misooma kooridarii Magaalaa Harar erga daawwatanii booda ergaa armaan gadiidabarsaniiru

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad Hojii misooma kooridarii Magaalaa Harar erga daawwatanii booda ergaa armaan gadiidabarsaniiru

Magaalaa Harar hojiin misooma kooridarii egalamuu isaatiin hojiin akka fakkenyaatti fudhatamu qabaniif nannolee biroof muxannoo ta’uu ni danda’u

1. Kutannoo hoggansaa

2. Qabeenya seenaadhan jiru beekuu fi misoomsuu

3. Naannoowwan dur jiran hubachuun ammayyomsuu

4. Kennawwan akka naannootti jiru tuuriizimiif fayyadamuu

5. Hojii kooridariif beekumsa nannaannoo fayyadamuu

6. Qabeenya naannoo fayyadamuun naannoo miidhagsuu

7. Bal’isanii yaaduu

AMN PLUS- Bitootessa 3/2017

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply