Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoo maaddii qoodan

You are currently viewing Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoo maaddii qoodan

AMN PLUS – Ebla 11/2017

Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Giddugaleessa gargaarsa daa’immaniifi Maatii Zawudituu Mashashaa Giiftii Dureen ijaarsisanitti maaddii qoodaniiru.

Giiftii Dureen baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe jechuun hawaasni ayyaanicha walgargaaruufi jaalalaan kabajuu akka qabu dhaamaniiru.

Giiftii Dureen daa’imman Muluu Fiqirii fi Birihaan Yihuun irraa dhufan 100’f masaraa mootummaatti maaddii qoodaniiru.

Dhaabbileen tola ooltotaa deeggaramanis Waajjira Giiftii Duree galateeffataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply