Hojiin tola ooltummaa rakkoo furuu irra darbee hawaasummaa cimsaa jira – Komishinar Asraat Nugusee

‎AMN PLUS– Adoolessa 30/2018 ‎Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hojiiwwan tola ooltummaa fi misoomaa bal'inaan magaalattii keessatti eegaleen, jireenya jiraattotaa jijjiiruu qofa osoo hin taane, aadaa wal tumsuu fi wal gargaaruu daran…

Continue ReadingHojiin tola ooltummaa rakkoo furuu irra darbee hawaasummaa cimsaa jira – Komishinar Asraat Nugusee

Tajaajila tola ooltummaa waqtii gannaa hanga misooma ashaaraa magariisaa milkaa’ina Finfinnee

AMN PLUS - Adoolessa 29/2018 Dargaggootaafi dubartoota dabalatee jiraattotni Finfinnee harka walqabachuun namoota humna hin qabne deeggaruurraa hanga biqiltuu dhaabuudhaan magaalatti jireenyaaf mijattuufi miidhagduu taasisuu kutannoon hojjechaa jiru. Hojiin tola…

Continue ReadingTajaajila tola ooltummaa waqtii gannaa hanga misooma ashaaraa magariisaa milkaa’ina Finfinnee

Tajaajilli tola ooltummaa gannaa hirmaannaa lammummaa fi tokkummaa biyyaa cimsaa jira

AMN PLUS- Adoolessa 20/2018 Tajaajilli tola ooltummaa gannaa duula biyyaalessaa waggaa waggaadhaan gaggeeffamu yoo ta'u, lammiileen hedduun hojiiwwan tola ooltummaa garaagaraa irratti hirmaachuudhaan uummata isaanii fi biyya isaanii tajaajilaa jiru.…

Continue ReadingTajaajilli tola ooltummaa gannaa hirmaannaa lammummaa fi tokkummaa biyyaa cimsaa jira

Mandara Gaarummaa Finfinnee Abdiin Lammiilee keessatti haareffamaa jiru

AMN PLUS - Waxabajjii 17/2018 ‎Itoophiyaan waggoota muraasa darban keessatti gargaarsa irratti hirkataa turte keessaa bahuun, humna ofii isheetiin lammiilee ishee dhaqqabuu danda’uun aadaa namoomaa haaraa diriirsuun hojii irra oolchaa…

Continue ReadingMandara Gaarummaa Finfinnee Abdiin Lammiilee keessatti haareffamaa jiru

Gootummaan tola ooltota Finfinnee jreenya lammiilee hedduu magaalatti jijjiireera – Waajjira Kantiibaa

AMN PLUS – Waxabajjii 10/2018 Hojiin tola ooltummaa rakkoolee hawaasummaa, dinagdee fi naannoo furuuf gumaacha olaanaa akka qabu Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ibse. Magaalaa Finfinneetti tola ooltummaa yeroo bonaa qindeessuun…

Continue ReadingGootummaan tola ooltota Finfinnee jreenya lammiilee hedduu magaalatti jijjiireera – Waajjira Kantiibaa

Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte – Finfinnee

AMN PLUS - Waxabajjii 09/2018 Waggoota jijjiiramaa darban keessatti Finfinneetti tajaajilli tola ooltummaa gannaa hojii qabatamaa ta’aa kan dhufe deeggarsa meeshaalee irra darbuun dandeettii namaa ijaaruu fi miira abbummaa guddisuun…

Continue ReadingMagaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte – Finfinnee

Mirgi daa’immanii guutummaatti akka kabajamuuf manaa hanga addabaabayitti hunduu qooda akka qabu hubachiifame

AMN PLUS - Waxabajjii 09/2018 Guyyaa daa’immannii akka Afrikaatti yeroo 36ffaaf, akka Itoophiyaatti ammoo yeroo 35ffaaf waggaa waggaan Waxabajjii 09 kabajamu sababeeffachuun Finfinneen guyyicha marii paanaaliin kabajaa jirti. Biiroon Dhimma…

Continue ReadingMirgi daa’immanii guutummaatti akka kabajamuuf manaa hanga addabaabayitti hunduu qooda akka qabu hubachiifame

Namoomni namatti dhaga’amuun waldeeggaruun waggoottan muraasaa as aadeffatameera – Dooktar Darajjee Dhugumaa

AMN PLUS - Waxabajjii 08/2018 Guyyaan Arjooma Dhiigaafi Qaroo Ijaa idil-addunyaa akka biyya keenyaatti yeroo 23ffaaf qindeessummaa Tajaajila Baankii dhiigaafi Tiishuu Itoophiyaan kabajamu baatii Waxabajjii kana guutuu sosochiiwwan garaagaraan akka…

Continue ReadingNamoomni namatti dhaga’amuun waldeeggaruun waggoottan muraasaa as aadeffatameera – Dooktar Darajjee Dhugumaa

Ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) sababeeffachuun hanqinni oomishaa akka hin mudanneefi gabaan tasgabbaawaan akka jiraatu qophii taasisneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Caamsaa 17/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) sababeeffachuun hanqinni oomishaa akka hin mudanneefi gabaan tasgabbaawaan akka jiraatuu qophiin gahaan taasifamuu ibsan. Kantiibaa…

Continue ReadingAyyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) sababeeffachuun hanqinni oomishaa akka hin mudanneefi gabaan tasgabbaawaan akka jiraatu qophii taasisneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneen falaasama ida’amuutiin aadaa waliif qooduu ammayyeessuun jiraattotaaf deggarsa taasisaa jirti – Waajjira Kantiibaa Finfinnee

AMN PLUS - Caamsaa 12/2018 Finfinneen falaasama ida’amuutiin lammiilee humna hin qabneefi mootummaa irraa deggarsa barbaadan nyaata kennuunkunuunsaa akka jirtu Waajjirri Kantiibaa ibseera. Magaalaan Finfinnee kuusaa gamoo qofa osoo hin…

Continue ReadingFinfinneen falaasama ida’amuutiin aadaa waliif qooduu ammayyeessuun jiraattotaaf deggarsa taasisaa jirti – Waajjira Kantiibaa Finfinnee