Barreessaa Olaanaan ‘IGAD’ ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

You are currently viewing Barreessaa Olaanaan ‘IGAD’ ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

AMN PLUS – Ebla 11/2017

Barreessaa Olaanaan ‘IGAD’ Warqinee Gabayyoo (Dr.) hordoftoota amantii kiristaanaa maraan ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan.

Barreessaa Olaanaan ‘IGAD’ Warqinee Gabayyoo (Dr.) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa ‘ X ‘ n dabarsaniin ayyaanichi kan jaalalaa, gammachuu, nagaafi waloomaa akka ta’un hawwa jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply