Siidaan yaadannoo Artist Haacaluu Hundeessaa eebbifame

You are currently viewing Siidaan yaadannoo Artist Haacaluu Hundeessaa eebbifame

AMN PLUS- Waxabajjii 24/2017

Siidaan yaadannoo Artist Haacaluu Hundeessaa Magaalaa Ambootti ijaarame xummuramuun eebbifameera.

Siidaan Yaadannoo Artist Haacaluu Hundeessaa yaadannoo isaatiif Magaala Ambootti Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaatiin ijaarame iddoo Itti Aanaan Pirezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii argamanitti eebbifameera.

Sagantaa eebbaa kanarratti Obbo Daraaraa katamaa Itti aanaa Biiroo Aadaafi Tuurizimii oromiyaa, obbo Hacaaluu Gammachuu Kantiibaa Magaalaa Amboo, haadha warraa Artist Haacaluu Hundeessaa Aadde Faantuu Damisoofi keessummootni waamichi taasifameef argamaniiru.

BATO

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply