Tiyaatira aadaafi duudhaa uummata Oromoo sirnaan mul’isuurratti xiyyeeffate – Saddeeta

AMN PLUS - Ebla 28/2018 Tiyaatirrii aadaafi duudhaa uummata Oromoo shoora dubartootaafi siinqeerratti xiyyeeffachuun barreeffameefi moggaasni maqaa Saddeeta jedhu kennameef Dilbata dhufu akka eebbifamu ibsameera. Dhaabbatni Bulchiinsa Manneen Tiyaatiraa Finfinnee…

Continue ReadingTiyaatira aadaafi duudhaa uummata Oromoo sirnaan mul’isuurratti xiyyeeffate – Saddeeta

Finfinneen kalaqa dargaggootaafi artiif magaalaa mijattuu taateetti

AMN PLUS-Bitootessa 15/2018 Biiroon Dargaggootaafi Ispoortii Magaalaa Finfinnee Feestivaala Aartii dargaggoota hedduu hirmaachise Paarkii Araadaatti qopheesse. Feestivaala kanaan agarsiisni sarkasii, hojiiwwan muuziqaafi shubbisaa akkasumas hojiileen fakkiifi ogummaa biroo dhiyaataniiru. Hogganaan…

Continue ReadingFinfinneen kalaqa dargaggootaafi artiif magaalaa mijattuu taateetti

Hojiin Komeedii “One Battle After Another” Badhaasa Oskaarii 6 injifate irratti, dhimmi AI ijoo marii ta’e

AMN PLUS- Bitootessa 07/2018 Pool Toomaas Andarsan daayirektarummaan komeediin hojjate “One Battle After Another” jedhuun Badhaasa Akkaadaamii Oskaar 98ffaa 13’f kaadhimamee, 6 injifachuun hirmaattota sagantaa kanaa ajaa’ibsiisuun, waarii Oskaarii addaa…

Continue ReadingHojiin Komeedii “One Battle After Another” Badhaasa Oskaarii 6 injifate irratti, dhimmi AI ijoo marii ta’e

Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba – Dargaggoota Fakkii Kaasan

AMN PLUS - Bitootessa 07/2018 Finfinneetti gaalariiwwan fakkii bakkeewwan garaagaraatti sababaa misooma koriidariin banaman dabalatee godaambaawwan seenuun fakkiiwwaniin bohaaruun kan baratames ta’u yeroo ammaa garuu fakkiiwwan sababaa misooma magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingFakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba – Dargaggoota Fakkii Kaasan

Finfinneen Feestivaala Aartii Namoota Kuma 200 fi Kuma 50 Caalan Hirmaachiisu Keessummeessuuf Jedhame

AMN PLUS - Bitootessa 03/2018 Finfinneen Feestivaala Aartii Namoota Kuma 200 fi Kuma 50 caalan hirmaachiisu keessummeessuuf qophii xumuruun ibsameera. Torbeen Feestivaala Aartii marsaa 17ffaaf qophaa’u kun mata duree ‘Kennaa…

Continue ReadingFinfinneen Feestivaala Aartii Namoota Kuma 200 fi Kuma 50 Caalan Hirmaachiisu Keessummeessuuf Jedhame

Nama Qabna! Nama Fakkii Kaasu! Har’a Lubbuun Dhibus, Ashaaraa Jiraatu – Artiisti Looreet Lammaa Guyyaa

‎AMN PLUS - Bitootessa 2/2018 ‎Nama keessa namni jira. Tokko miila qajeela. Inni biroo ammoo harka qajeela. Warreen kaan sammuun qaramuun Addunyaaf qoricha tahuun barbaadamu. Oromoon Nama Qaba! Nama Fakkii…

Continue ReadingNama Qabna! Nama Fakkii Kaasu! Har’a Lubbuun Dhibus, Ashaaraa Jiraatu – Artiisti Looreet Lammaa Guyyaa

AMN fi Pirodaakshiniin Jaankoo Siitkoomii ‘Bubbee’ jedhu AMN PLUS irratti eegalchiisuuf waliigaltee hojii mallatteessan

AMN PLUS- Guraandhala 19/2018 Addis Miidiyaa Neetwoork qabiyyeewwan fedhii dhalootaa guutan irratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa himan. AMN fi Pirodaakshiniin Jaankoo Siitkoomii Haaraa 'Bubbee'…

Continue ReadingAMN fi Pirodaakshiniin Jaankoo Siitkoomii ‘Bubbee’ jedhu AMN PLUS irratti eegalchiisuuf waliigaltee hojii mallatteessan

“Finfinneetti Koriidarii aartii eegalla” Koomeediyaan Waaqoo

AMN PLUS - Guraandhala 19/2018 Akkuma Finfinneen misooma kooriidariitiin aartii yaadatte, nutis hojiilee aartii hedduu oomishuun kooriidarii aartii eegalla jedhe Komediyaaniifi Hundeessaan Pirodaakshinii Jaankoo Waaqoo Geetaachoo. AMN fi Pirodaakshiniin Jaankoo…

Continue Reading“Finfinneetti Koriidarii aartii eegalla” Koomeediyaan Waaqoo

Taayilaan Badhaasa Giraamii Waggaa walitti aanu 2ffaaf injifatte

AMN PLUS- Amajjii 25/2018 Weellistuun Afriikaa Kibbaa Taayilaan Badhaasa Giraamii 68'ffaa Ameerikaa Loos Anjelesitti adeemsifame Waggaa walitti aanu lammaffaaf injifatteetti. Taayilaa, weellistuun umurii 24 kun sirba ishee "Push 2 Start"…

Continue ReadingTaayilaan Badhaasa Giraamii Waggaa walitti aanu 2ffaaf injifatte

‎Daa’ima waggaa 10 keessatti kitaabota 450 dubbise – Ameen

AMN PLUS - Amajjii  21/2018‎Dargaggoonni umrii kurnan keessa jiran irra caalaan isaanii tapha dijitaalaa fi tapha viidiyootiin qabamanii argamu, Ameen garuu daandii adda ta'e filateera.‎‎Umurii isaa waggaa 10tti ga'eessota hedduu…

Continue Reading‎Daa’ima waggaa 10 keessatti kitaabota 450 dubbise – Ameen