Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad hooggantoota biyyoota garagaraa waliin biqiltuu dhaaban

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad hooggantoota biyyoota garagaraa waliin biqiltuu dhaaban

AMN PLUS Adoolessa 21/2017

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) hooggantoota biyyoota garagaraa yaa’ii sirna nyaataa 2ffaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniirratti hirmaataa jiran waliin biqiltuu dhaabuu himan.

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin sagantaan ashaaraa magariisaafi eegumsi naannoo qormaataaf kan hin jilbeenfanne, sirna nyaataa ittifufiinsa qabu ijaaruu keessatti gumaacha olaanaa akka qabu ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply