Waliigalteen Faayinaansii Buufata xiyyaaraa Abuseeraa ijaaruuf oolu mallattaa’e

You are currently viewing Waliigalteen Faayinaansii Buufata xiyyaaraa Abuseeraa ijaaruuf oolu mallattaa’e

‎AMN PLUS- Hagayya 05/2017

‎Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa fi Baankiin Misoomaa Afirikaa waliigaltee bakka bu’iinsaa sosochii faayinaansingii (Mandate Letter) mallatteessan.

Waliigalteen faayinaansii kun naannawaa magaalaa Bishooftuutti ijaarsa pirojeektii Buufata Xiyyaaraa Abuseeraa hojiirra oolchuuf kan oolu jedhameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply