Itiyoo Teeleekoom gurgurtaa aksiyoonaan abbootiin aksiyoonaa Kuma 45 abbaa qabeenyaa dhaabbatichaa ta’uu ifoomse
AMN PLUS - Caamsaa 18/2018 Dhaabbata misoomaa mootummaa irraa gara waldaa aksiyoonaatti kan ce'e Itiyoo Teeleekoom gurgurtaa aksiyoonaa % 10 gaggeesse irratti namootni kuma 47fi 377 hirmaachuu ibseera. Sirna adeemsa…