Ashaaraan Magariisaa miidhagina Harar dabaleera- Tamasgeen Xurunaa

You are currently viewing Ashaaraan Magariisaa miidhagina Harar dabaleera- Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS – Hagayya 15/2017

‎Seenaa qaroomina barootaa dheeraa kan qabdu Harar, ashaaraan magariisa midhagina akka dabaleef Ministirri Muummeen Itti Aanaa obbo Tamasgeen Xurunaa dubbataniiru.

‎Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Harar aanaa Dirree Xiyyaaraa keessatti ashaaraa isaanii kaa’uu beeksisaniiru.

‎Hawwata tuuristiifi magaalaa daldalaan kan beekamtu Harar magariisaan uwwisuun itti gaafatamummaa dhaloota kanaa ta’uus hubachiisaniiru.

‎Harar magaalaa seenaa fi hambaa qofa osoo hin taane, goda hambaa misooma magariisaa gochuu qabna jechuun ergaa isaanii keessatti dubbataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply