Itoophiyaan Dandeesseetti- Kantiibaa Adaanach Abeebee

You are currently viewing Itoophiyaan Dandeesseetti- Kantiibaa Adaanach Abeebee

‎AMN PLUS- Fulbaana 4/2018

‎”Itoophiyaan biyya injifattootaati, Itoophiyaan dandeesseetti” jechuun ergaa kan dabarsan Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee, kabaja Guddicha Adawaa 2ffaaf halkan irraa jalqabee uummatni Finfinnee gara Dirree Masqalaatti yaa’aa akka jiru miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply