Hordoffiin oodiitii dhaabbileen akka of fooyyessanif shoora guddaa qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMNPLUS-Adoolessa 06/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, guyyaa 2ffaa walga’ii Mana Maree Finfinneerratti gabaasa oodiitii dhiyaate irratti yaada kennanin dhaabbileen 107 waggaa tokko keessatti odiitii taasifameen fooyya'aa jiraachu ibsan.…

Continue ReadingHordoffiin oodiitii dhaabbileen akka of fooyyessanif shoora guddaa qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneen Sagantaa Mana Jireenyaa Miliyoona 1.5 guutuu biyyaatti karoorfame keessaatti qooda guddaa fudhatti

AMN PLUS - Adoolessa 06/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, mootummaan Federaalaa waggoota dhufan keessatti guutuu biyyattiitti sagantaa manneen jireenyaa miliyoona 1.5 ijaaruuf karoorfate keessaatti Finfinneen hirmaannaa guddaa akka…

Continue ReadingFinfinneen Sagantaa Mana Jireenyaa Miliyoona 1.5 guutuu biyyaatti karoorfame keessaatti qooda guddaa fudhatti

‎Finfinneen birookiraasii daldalaa wal xaxaa cabsuun daldaltoota haaraa kuma 270 ol gara daldalaatti galchiteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS-Adoolessa 06/2018 ‎Waggoota 5 darbanitti hojimaata kenniinsa tajaajila daldalaa bu’uuraarra jijjiiruun birookiraasiin wal xaxaan kanaan dura ture waan salphateef daldaltoonni haaraa kuma 270 ol ta’an sirna daldalaatti akka dabalaman…

Continue Reading‎Finfinneen birookiraasii daldalaa wal xaxaa cabsuun daldaltoota haaraa kuma 270 ol gara daldalaatti galchiteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Bara bajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu dandeenyeerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Adoolessa 06/2018 Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajataa 2018 keessa galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu Kantibaa Aadde Adaanech Abeebee himan. Galiin argames kan bara darbeen…

Continue ReadingBara bajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu dandeenyeerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Kallattiiwwan Xiyyeeffannoo Itti Aanan 12 Mana Maree Magaalaa Finfinneef Dhiheessan

AMN Adooleessa 6, 2018 Tasgabbii Diinagdee fi Qaala’iinsa Jireenyaa Hir’isuu: Rakkoo qaala’iinsa jireenyaa gaaffii hawaasaa ijoo ta’e furuun hojii xiyyeeffannoo olaanaa ta’a. Carraa Hojii Uumuu: Carraawwan fooyya’iinsa diinagdeetiin uumaman fayyadamuun…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Kallattiiwwan Xiyyeeffannoo Itti Aanan 12 Mana Maree Magaalaa Finfinneef Dhiheessan

Finfinneen waggoota shan darban keessatti bakkeewwan oolmaa isportii 2,582’tti ol guddisteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Adoolessa 05/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee egereen biyyaa harka dargaggootaa ta'uu hubachuun dargaggoonni misooma hundagaleessa irratti hirmaataafi fayyadamaa akka ta'uuf hojjechaa akka jiru Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Aadde…

Continue ReadingFinfinneen waggoota shan darban keessatti bakkeewwan oolmaa isportii 2,582’tti ol guddisteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneen magaalota Afrikaa qulqulluu 10 keessaa tokko ta’uun beekamtii idil-addunyaa argatteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Adoolessa 05/2018 ‎Jijjiirama bu’uuraa galmeeffameen Magaalaan Finfinnee magaalota Afrikaa 10 qulqulluu ta’an keessaa tokko ta’uun beekamtii idil-addunyaa akka argatte Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. ‎Kantiibaa Adaanech Yaa'ii Idilee 4ffaa…

Continue ReadingFinfinneen magaalota Afrikaa qulqulluu 10 keessaa tokko ta’uun beekamtii idil-addunyaa argatteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneetti hoggantootaafi ogeeyyii hojimaata badaa keessatti hirmaatan Kuma 5fi 800 ol irratti tarkaanfiin fudhatameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Adoolessa 05/2018 Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti hannaa fi hojimaata badaa ittisuuf hojii hojjetameen, muudamtoota 79 dabalatee qaamolee hojimaata badaa keessatti hirmaatan waliigalaan Kuma 5fi 857 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Kantiibaa…

Continue ReadingFinfinneetti hoggantootaafi ogeeyyii hojimaata badaa keessatti hirmaatan Kuma 5fi 800 ol irratti tarkaanfiin fudhatameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneetti wiirtuuwwan tajaajilaa ‘A-Masoob’ itti-quufinsa maamilaa %99 mirkeessaniiru

‎AMN PLUS- Adoolessa 05/2018 ‎Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee tajaajila mootummaa dijitaalaa babal’isuuf xiyyeeffannaa addaa kennuun, Waajjira olaanaa dabalatee wiirtuuwwan tajaajila dijitaalaa “Addis Masoob” iddoo tokkoo 11 banee hojii jalqabsiisuu Kantiibaa Adaanech…

Continue ReadingFinfinneetti wiirtuuwwan tajaajilaa ‘A-Masoob’ itti-quufinsa maamilaa %99 mirkeessaniiru