AMN PLUS- Guraandhala 6, 2017
Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez Yaa’ii Dureewwan Gamtaa Afriikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan.
Mr. Gutareez Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan simataniiru.