Waltajjiin Odeeffannoo fi Nageenyaa Paarlaamaa Idil-addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuu jalqabe

AMN PLUS- Adoolessa 03/2018 Waltajjiin Odeeffannoo fi Nageenyaa Paarlaamaa Idil-addunyaa yeroo Lammaffaaf Afriikaatti qophaa'e magaalaa Finfinneetti geggeeffamuu jalqabeera. Waltajjiin guyyoota lamaaf turu kanana dhimmoonni shororkeessummaa ittisuu, nageenya naannoo cimsuu akkasumas…

Continue ReadingWaltajjiin Odeeffannoo fi Nageenyaa Paarlaamaa Idil-addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuu jalqabe

Shubbisa xumuraa addunyaa kubbaa miilaa halkan walakkaa darbee sa’atii 8:00 irraa eegalu – Ronaaldoo vs Moodirich

AMN PLUS - Waxabajjii 26/2018 Imala daqiiqaa 90 hanga 120 tokko deebisee manatti galchu, isa biroo ammoo kabajaan achi dabarsu, dhimmichi dhimma Poorchugaaliifi Kirooshiyaa duuba ajandaa guddaa kan Kiristaanoo Ronaaldoo…

Continue ReadingShubbisa xumuraa addunyaa kubbaa miilaa halkan walakkaa darbee sa’atii 8:00 irraa eegalu – Ronaaldoo vs Moodirich

Murtoon Seeneetii Ameerikaan fudhatame Doonaald Traamp mufachiise

AMN PLUS -Waxabajjii 17/2018 Pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi tarkaanfii waraanaa fudhachuun dura eeyyama Kongireesii irraa argachuu akka qaban Seeneetiin Ameerikaa murtoo dabarsuu miidiyaaleen gabaasan. Murtoon kun mana maree Kongireesii lameeniin ragga’ullee,…

Continue ReadingMurtoon Seeneetii Ameerikaan fudhatame Doonaald Traamp mufachiise

Pirezidaantiin Yuukreen Zeelenskiin gita isaanii kan Raashiyaa Puutiin waliin fuulaa fuulatti mari’achuuf yaada dhiyeessan

AMN PLUS - Caamsaa 28/2018 Pirezidaantiin Yukireen Volodmiir Zeeleniskiin waraanatti xumura gochuuf Pirezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin kallattiin fuulaa fuulatti wal arguun mari'achuu akka barbadan xalayaan gaafataniiru. Zeelenskiin xalayaa barreessaniin…

Continue ReadingPirezidaantiin Yuukreen Zeelenskiin gita isaanii kan Raashiyaa Puutiin waliin fuulaa fuulatti mari’achuuf yaada dhiyeessan

Jeequmsi Somaaliyaatti Uumame Mareen Furamuu Qaba- IGAD

AMN PLUS- Caamsaa 27/2018 Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Gaanfa Afriikaa (IGAD) jeequmsi Somaaliyaa keessatti uumame marii hunda-galeessaa fi nagaatiin akka furamu waamicha dhiyeesse. Magaalaa guddoo Somaaliyaa Moqaadishoo keessatti, naannoo masaraa mootummaatti…

Continue ReadingJeequmsi Somaaliyaatti Uumame Mareen Furamuu Qaba- IGAD

Hariiroon Raashiyaa fi Chaayinaa “Daangaa kan hin qabne” – V.Puutin

AMN PLUS-Caamsaa 12/2018 Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutin gita isaanii Chaayinaa Shii Jiin Piingi waliin Beejingitti mari’ataniiru. Pirezidaanti Puutin daawwannaa hojii Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Beejingitti taasisan hordofuun, Chaayinaatti kan imalan…

Continue ReadingHariiroon Raashiyaa fi Chaayinaa “Daangaa kan hin qabne” – V.Puutin

Mariin sadarkaa olaanaa Gamtaa Afriikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Finfinneetti taa’ama

‎AMN PLUS - Caamsaa 05/2018 ‎Mariin sadarkaa olaanaa gamtaa Afrikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 10ffaan teessoo muummee gamtichaa Finfinneetti har’a taa’ama. Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Komiishinar Mahaammud Alii Yusuuf fi…

Continue ReadingMariin sadarkaa olaanaa Gamtaa Afriikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Finfinneetti taa’ama

Pirezidaant Emaanu’eel Maakiroon Afrikaaf Invastimantii Yuuroo Biiliyoona 23 Ifa Taasisan

AMN PLUS - Caamsaa 04/2018 Pirezidaantiin Fraans Emaanu'eel Maakiroon biyyoota Afrikaa keessatti kan hojiirra oolu invastimantii Yuuroo biiliyoona 23 ifa taasisaniiru. Pirezidaantichi qabiyyee invastimantii kana kan beeksisan, waltajjii Foramii Fraans-Afriikaa…

Continue ReadingPirezidaant Emaanu’eel Maakiroon Afrikaaf Invastimantii Yuuroo Biiliyoona 23 Ifa Taasisan

Marii paanaalii sadarkaa olaanaa Rogeeyyii Miidiyaa Hawaasaa Afrikaan xiyyeeffannoo argachaa jiru

AMN PLUS - Ebla 30/2018 Yaa’iin dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa Afrikaa kan jalqabaa (ASMIS 2026) har’a guyyaa lammaffaa isaa qabateera. Kaayyoon waltajjichaa bifa dhugaa Afrikaa addunyaatti beeksisuufi seenessa dijiitaalaa abbummaan…

Continue ReadingMarii paanaalii sadarkaa olaanaa Rogeeyyii Miidiyaa Hawaasaa Afrikaan xiyyeeffannoo argachaa jiru