Ashaaraan Magariisaa Itoophiyaan kaayyoo qabatte galmaan ga’uu akka dandeessu kan agarsiisu ta’uu Girmaa Amantee (Dr.) himan.

You are currently viewing Ashaaraan Magariisaa Itoophiyaan kaayyoo qabatte galmaan ga’uu akka dandeessu kan agarsiisu ta’uu Girmaa Amantee (Dr.) himan.

‎AMN PLUS- Adoolessa 24/2017

‎Ministirri Qonnaa Girmaa Amantee (Dr.) Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaan kaayyoo qabatte galmaan gahuu akka dandeessu kan agarsiisu ta’uu ibsan.

‎Bara darbe biqiltuu miliyoona 600 dhaabuuf karoorfame keessaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 6fi miiliyoona 50 dhaabamuu himaniiru.

‎Bara kana biqiltuun miiliyoona 700 kan dhaabamu ta’uu ibsuun, biqiltuuwwan kunneenis akkaataa teessuma lafaan adda addummaa kan qabaatan ta’uu fi gosootni isaaniis akka bal’ina lafaatti adda adda ta’uu ibsaniiru.

Biqiltuuwwan akka Itoophiyyatti dhaabaman kunniin karaa salphaa ta’eeen qindeessota yeroon hordofamuu akkan danda’amu dubbataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply