Ayyaanni Moolidaa waggaa kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Guddicha Anuwaaritti kabajamaa jira.

You are currently viewing Ayyaanni Moolidaa waggaa kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Guddicha Anuwaaritti kabajamaa jira.

AMN PLUS- Hagayya 29/2017

Ayyaanni Moolidaa waggaa kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Guddicha Anuwaaritti haala ho’aan kabajamaa jira.

Ayyaanni kuni yeroo Hidhi Haaroomsaa Guddichaa Itoophiyaa Eebbaaf qophaa’uun jala bultiirratti argamnutti kabajamuun adda taasisa jedhan Abbootiin Amantaa sirnicharratti ergaa dabarsan.

Abbootiin Amantaa kunneen biyya keenya misoomsuuf garaa garummaa tokko malee jaalalaan kan hojjannuudha jedhaniiru.

Ayyaanicharratti Hoggantootni mootummaa fi hordoftootni amataa musilimaa hordofan irratti argamaniiru.

Mahaammad Toofiqtu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply