AMN PLUS- Amajjii 23, 2017
Imalli badhaadhinaa Itoophiyaa kan hinhafneedha jedhan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa fi Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad.
Dooktar Abiyyi gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, “Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa har’a eegalleerra. Imalli badhaadhinaa Itoophiyaa kan hinhafneedha” jedhaniiru.