Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Gamoo Walii Gala Mana Amantaa Ortodooksi Tawaahidoo Itoophiyaaf yeroo gabaabaa keessatti karaa sadarkaasaa eeggateen ijaare mana amantichaaf dabarsee kenne

You are currently viewing Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Gamoo Walii Gala Mana Amantaa Ortodooksi Tawaahidoo Itoophiyaaf yeroo gabaabaa keessatti karaa sadarkaasaa eeggateen ijaare mana amantichaaf dabarsee kenne

AMN Waxabajjii 23/2017

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Gamoo Walii Gala Mana Amantaa Ortodooksi Tawaahidoo Itoophiyaaf yeroo gabaabaa keessatti karaa sadarkaasaa eeggateen ijaare mana amantichaaf dabarsee kenneera.

Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniitiin dabarsaniin bakka Paatriyaarikiin Mana Amantaa Ortodooksi Tawaahidoo Itoophiyaa Qulqulluu Abune Maatiyaas argamanitti gamoo walii galaa bulchiinsi magaalichaa baajata isaatiin ijaare eebbisnee dabarsinee kennineerra jedhan.

Gamoo haaraan qabiyyee mana amanichaa Kutaa Magalaa Araadaatti argamutti kan ijaarame ta’uu himaniiru. Gamoon kunis gamoo sababa misooma kooridariifi haaromsa dhabuutiin diigamee ture bakka buusuuf ijaarame.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply