Finfinneen waltajjiiwwan Ardiifi Addunyaalessaa gahumsaan keessummeessaa jiraachuun ibsame
AMN PLUS - Ebla 29/2018 Finfinneen waltajjiiwwan Ardiifi Addunyaalessaa gahumsaan keessummeessaa jiraachuu Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalattii ibseera. Kilaasterri Kabachiisa Dambiifi Bulchiinsa Gaarii Magaalaa Finfinnee Raawwii Karoora Ji'oottan Salgan darbanii…