‎ Caffeen Oromiyaa bajata bara 2018 birri biiliyoona dhibba 400.747 ol raggaase

You are currently viewing ‎ Caffeen Oromiyaa bajata bara 2018 birri biiliyoona dhibba 400.747 ol raggaase

AMN PLUS- Adoolessa 13/2017 ‎

‎ Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa, waggaa 4ffaa, bara hojii 6ffaa Bajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa Naannichaa Bara bajataa 2018 birri biiliyoona 400, 747, 933, 169 sagalee guutuu miseensa Caffeetin raggaasifameera..

‎Hojiirra Oolmaa bajata kanaa irratti hordoffii fi to’annoo cimaan kan taasifamuu ta’u, Afa-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahaamaan kallatti kennaniru.

Kaasiyyee Maanguddaatu Gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply