Caffeen Oromiyaa mudamoota garaagaraa dhiyaatan raggaasuun Yaa’iisaa Idilee 9ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adaamaa Galma Caffeetti guyyoota lamaaf taa’aa ture xumureera.
Haaluma kanaan,
1ffaa Aadde Meseret Asaffaa Hoggantuu Biiroo Lafaa Oromiyaa
2ffaa Yashii Jimaa ( Dr.) Hoggantuu Biiroo Daldalaa Oromiyaa ta’uun mudamaniiru
Kaasiyyee Maanguddaatu Gabaase.