Gareen biyyaalessaa Itoophiyaa Kaayiroo gahe

You are currently viewing Gareen biyyaalessaa Itoophiyaa Kaayiroo gahe

‎AMN PLUS-Hagayya 28/2017

‎Gulaallii Waancaa Addunyaatiif Ijipti waliin kan taphatu gareen biyyaalessaa Itoophiyaa gara Kaayirootti imaleera.

‎Garichi nagaadhaan Kaayiroo gahuu isaa kan beeksise Federeeshiniin Kubbaa Miilaa iddoo buufata isaas Plaazaa Jeewel Ispoorti Siitii taasifachuu isaa ibseera.

‎Gareen biyyaalessaa kun har’a shaakala isaa kan taasisu yoo ta’u, Jimaata galgala gulaallii Waancaa Addunyaaf Ijipti wajjin ni taphata.

‎Daraartuu Tarreessaatiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply