Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul’achuuf deema! Inni eenyu?
AMN PLUS – Waxabajjii 05/2018 Hireen ilma namaa ganamuma gaariis hamtuus qabdi. Tokko maatii dureeyyiirraa, inni biroo ammoo harka qalleeyyii irraa dhalata. Kana yoo jennu kanneen maatii qabeenyi isaanii giddu…