Gareen Invastimantii Meedirook galteewwan tajaajila kalee dhiquuf oolan gumaachuusaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan

You are currently viewing Gareen Invastimantii Meedirook galteewwan tajaajila kalee dhiquuf oolan gumaachuusaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan

AMN PLUS- Adoolessa 7/2017

Gareen Invastimantii Meedirook galteewwan tajaajila kalee dhiquuf oolan gumaachuusaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan

Kantiibaa Adaanech fuula marsaa hawsaasaa isaaniin erga dabarsaniin hojiin lubbuu baraaruu waaqaa fi nama biratti hojii gatii gudda qabu akka ta’e ibsaniiru.

Gareen Invastimantii Meedirook har’a birrii miliyoona 100 fi miliyoona 70 baasii gochuun maashinoota kalee dhiquuf oolan 20 fi sireewwan ammayyaa 10 dhiheessuusaa akkasumas yaalamtoota 180f immoo galteewwan waggaa 3f tajaajila kalee dhiquuf oolan teessoo isaanii waliin gumaacheera jedhan.

Kantiibaa Adaanech deeggarsa gareen Invastimantii Meedirook taasise galateeffataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply