Walgahiin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 76ffaa Finfinneetti keessummeeffama jedhame

AMN PLUS - Adoolessa 30/2018 Walgahiin Koree Naannawaa Afrikaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 76ffaan (RC76) ‘n Hagayya 18-22/2018 Finfinneetti taa’ama. Walgahichi waliin tahiinsa Waajjira Naannawa Afrikaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaan kan qophaa’u…

Continue ReadingWalgahiin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 76ffaa Finfinneetti keessummeeffama jedhame

Milkaa’ina waggoota 100 keessatti argamee hin beekne waggaa shan keessatti galmaa’e: Jijjiirama damee fayyaa Finfinnee

AMN PLUS – Adooleessa 20, 2018 Finfinnee fakkeenya badhaadhina hunda galeessaa taasisuuf hojii bal'aa hojjetamaa jiruun, damee fayyaatiin milkaa'inni galmaa'e qulqullinaa fi dhaqqabummaa tajaajila fayyaa haalaan fooyyesseera. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingMilkaa’ina waggoota 100 keessatti argamee hin beekne waggaa shan keessatti galmaa’e: Jijjiirama damee fayyaa Finfinnee

Lammiilee miliyoona 20 ta’aniif qorannoon fayyaa bilisaa, gorsaa fi yaalaa bilisaa ni kennama- Dr. Maqdas Dhaabaa

‎AMN PLUS- Adoolessa 17/2018 ‎Hospitaalli Qiddus Pheexiroos sagantaa tola ooltummaa gannaa bara 2018 tiin tajaajila fayyaa fi gorsaa kennuu eegale. ‎Ministirri Fayyaa Dr. Maqdas Dhaabaa waqtii gannaa kanatti lammiilee miliyoona…

Continue ReadingLammiilee miliyoona 20 ta’aniif qorannoon fayyaa bilisaa, gorsaa fi yaalaa bilisaa ni kennama- Dr. Maqdas Dhaabaa

Obbo Tamasgeen Xurunaa Walga’ii Ariifachiisaa Fayyaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Gaanaa, Akiraa deeman

AMN PLUS – Adooleessa 15/2018 Ministira Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa walga'ii ariifachiisaa fayyaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf gara magaalaa guddoo Gaanaa, Akiraa galaniiru. Obbo Tamasgeen marsariitii hawaasummaa isaaniirratti ergaa…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaa Walga’ii Ariifachiisaa Fayyaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Gaanaa, Akiraa deeman

Kantiibaa Adaanech Abeebee ogeeyyii fayyaa dhukkubsatoota onnee 700 ol bilisaan yaalan waajjirasaaniitti simatan

AMN PLUS- Adoolessa 13/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hundeessitoota 'Heart Attack Ethiopia Foundation' fi garee tola ooltummaa yaala onnee waajjirasaaniitti simachuu ibsan. Gareen kun yeroo shanaffaaf gara Itoophiyaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee ogeeyyii fayyaa dhukkubsatoota onnee 700 ol bilisaan yaalan waajjirasaaniitti simatan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Raas Dastaa Daamxoo keessatti giddugala yaalaa ammayyaa eebbisan

AMN PLUS- Adoolessa 03/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Raas Dastaa Daamxoo keessatti giddugala yaalaa ammayyaa, sadarkaa olaanaa qabu ijaarsisuun tajaajilaaf banuu ibsan. Giddugalichi tajaajila yaalaa yeroon ammayyaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Raas Dastaa Daamxoo keessatti giddugala yaalaa ammayyaa eebbisan

Mammaaksa keessatti ushururuun Sareefi Adurree uffata namarraa fixaa jedhama. Ogeeyyiin fayyaa ammoo lakkii sanaa oliyyuu nama waliin mana galanis of-eeggannoon ofitti madaqsuun dirqamaa jedhu! Maaliif?

AMN PLUS -Waxabajjii 10/2018 Akkuma addunyaa fi aadaa biyya Itoophiyaatti bineeldota mana galan keessaa sareefi adurreen akka waardiyaatti taajajiluun nama waliin jiraatu. Biyyoota guddatan keessatti bineeldota kanneeniifi kunuunsi guddaan taasifamuun…

Continue ReadingMammaaksa keessatti ushururuun Sareefi Adurree uffata namarraa fixaa jedhama. Ogeeyyiin fayyaa ammoo lakkii sanaa oliyyuu nama waliin mana galanis of-eeggannoon ofitti madaqsuun dirqamaa jedhu! Maaliif?

Riifoormiin qophaa’ummaa fi waliin gahiinsa tajaajila fayyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa bu’uureffate taasifameera – Injinar Ayishaa Mahaammad

AMN PLUS - Waxabajjii 05/2018 Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa Injinar Ayishaa Mahaammad qophaa’ummaa waraanaa Raayyaa Ittisaa mirkaneessuuf riifoormii hunda galeessi tajaajila fayyaa teeknoloojiin deeggarame kennuuf dandeessisu taasifameera jedhan. Ministeerri Raayyaa…

Continue ReadingRiifoormiin qophaa’ummaa fi waliin gahiinsa tajaajila fayyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa bu’uureffate taasifameera – Injinar Ayishaa Mahaammad

Daa’imman reefu dhalatan yeroo baay’ee balaa du’aatiif saaxilamoodha. Rakkoo akkasii xiqqeessuuf furmaaatni…jedhu ogeeyyiin fayyaa!

AMN PLUS - Waxabajjii 02/2018 Daa’imman reefu dhalatanii umrii ji’a tokkoo gadii dhiibeewwan dursanii ittisuun danda’amun miidhamaa akka jiran saayinsiin fayyaa ni ibsa. Qorannoon akka agarsiisutti %80 kan ta’an daa’imman…

Continue ReadingDaa’imman reefu dhalatan yeroo baay’ee balaa du’aatiif saaxilamoodha. Rakkoo akkasii xiqqeessuuf furmaaatni…jedhu ogeeyyiin fayyaa!