Koontiijantiin Giddugala leenjii Huursoo loltoota leenjisaa ture yeroo 10ffaaf eebbisiisaa jira.
Eebbifamtoonni kunneen leenjii waraanaa ga’umsa qabu sirnaan fudhachuun kan xumuraniidha.
Qondaaltoonni olaanoon Raayyaa Ittisaa fi keessummoonni waamichi godhameef sagantichaarratti argamaniiru.