Godina Geede’oo Aanaa Raphiitti sigigaannaa lafaa mudqteen lubbuun namoota 9 darbe.
Balaan kun halkan edaa sa’aatii 5tti mudachuu Ajajaan Poolisii godinichaa Inispeektar Birruu Maarqos himaniiru.
Haga ammaas lubbuun namoota sagalii darbii ibsan.