Godina Harargee Lixaatti Pirojektiin Jallisii Finnaa birrii Biiliyoona 1.7 xumuramuun eebbifame.

You are currently viewing Godina Harargee Lixaatti Pirojektiin Jallisii Finnaa birrii Biiliyoona 1.7 xumuramuun eebbifame.

‎AMN PLUS-Fulbaana 9/2018

‎Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoodeetti pirojaktiin jallisii Finnaa birrii biiliyoona 1.7 oliin hojjatamaa ture xumuranuun eebbifamuu isaa ibsame.

‎Pirojektiwwan rakkoo ummataa furan babal’isuun fayyadamummaa hawaasaa qixa sirrin mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa akka jiru Hogganaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa ibsaniiru.

‎Pirojektiwwaan finnaa saffisaafi qulqullina ol’aanaadhaan ijaaranii tajaajilaaf oolchuun sochii misooma imala badhaadhinaa sirritti kan tarkaanfachiisuu ta’uus dubbataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply