Finfinneen mul’istuu guddina waaraati – Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS- Adoolessa 14/2018 Jilli hoggantoota Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaa fi waajjiraalee damee naannolee, kan Obbo Adam Faaraahin durfamu, hojiiwwan ijaarsa dhaabbilee magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiran daawwateera. Yeroo kana Pirezidaantii…

Continue ReadingFinfinneen mul’istuu guddina waaraati – Obbo Adam Faaraah

Finfinnee: Magaalaa simboo magariisaa uffachuun olka’iinsa Afriikaarraa teesse

AMN PLUS - Adoolessa 14/2018 Magaalaan Afriikaarra olka'iinsa sirrii galaanaan sadarkaa jalqabaarratti argamtu Finfinneen osoo rooba gahaa akka feete argattuu, laggeen hedduun osoo keessa yaa'anii, waggoota dheeraaf magaalaa magariisummaa beeloftu…

Continue ReadingFinfinnee: Magaalaa simboo magariisaa uffachuun olka’iinsa Afriikaarraa teesse

‎Magaalaa sodaa balaa lolaa gannaa irraa bilisa taate: Finfinnee

‎AMN PLUS- Adoolessa 13/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti waggoota muraasa darban hojii misooma hunda galeessi hojjetaman bifa magaallatti jijjiirun alatti jiraattootaf haala mijataa uumuun bu'aawwan baay'eetu galmeeffame. ‎Daandiiwwan babal’aan asfaaltii, kan biskileetii…

Continue Reading‎Magaalaa sodaa balaa lolaa gannaa irraa bilisa taate: Finfinnee

Finfinneen Sagantaa Mana Jireenyaa Miliyoona 1.5 guutuu biyyaatti karoorfame keessaatti qooda guddaa fudhatti

AMN PLUS - Adoolessa 06/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, mootummaan Federaalaa waggoota dhufan keessatti guutuu biyyattiitti sagantaa manneen jireenyaa miliyoona 1.5 ijaaruuf karoorfate keessaatti Finfinneen hirmaannaa guddaa akka…

Continue ReadingFinfinneen Sagantaa Mana Jireenyaa Miliyoona 1.5 guutuu biyyaatti karoorfame keessaatti qooda guddaa fudhatti

Haaromsa magaalaafi misooma koriidarii duuba jireenya jiraattotaa fooyya’etu jira – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Adoolessa 05/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee haaromsa magaalaafi misooma koriidarii akkasumas qarqara laggeenii duuba jireenya jiraattotaaf haala mijataa uumuutuu jira jedhan. Aadde Adaanech Yaa'ii Idilee…

Continue ReadingHaaromsa magaalaafi misooma koriidarii duuba jireenya jiraattotaa fooyya’etu jira – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Jireenya lammiilee mijataafi ammayyaa’aa taasisuuf hojjenna – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS - Waxabajjii 26/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) jireenya lammiilee mijataafi ammayyaa'aa taasisuun sagantaa misooma koriidarii hojjennu keessaa dhimma ijoodha jedhan. Dooktar Abiyyi ergaa toora miidiyaa hawaasaa…

Continue ReadingJireenya lammiilee mijataafi ammayyaa’aa taasisuuf hojjenna – MM Abiyyi Ahimad

Uumamni wal yaamuun miidhagina isa sirrii agarsiisa – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Waxabajjii 23/2018 Lubbu qabeeyyiin hunduu waan nyaatuu fi dhugu yoo argate bakka tokkotti argamuun miidhagina isa sirrii akka mul’isu Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad ibsan. Misooma qarqara…

Continue ReadingUumamni wal yaamuun miidhagina isa sirrii agarsiisa – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Ija banachuun qabeenya uumamaa kunuunsuun dhaloota itti aanu dhaalchisuu qabna – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS -Waxabajjii 22/2018 Jechama hawaasaatiin iji banamtee arguu yoo hin dandeenye adda qofa akkuma jedhamu, waggoota baay’eedhaaf rakkinaafi miidhaagina qe’eetti dhufu danda’u osoo hin argiin jiraachaa turree jedhan Ministirri…

Continue ReadingIja banachuun qabeenya uumamaa kunuunsuun dhaloota itti aanu dhaalchisuu qabna – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Imaanaa uummataa amanamummaa, cichoomina fi qajeelummaadhaan raawwanna- MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Waxabajjii 22/ 2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Piroojektii misooma qarqara lagaa Inxooxxoo-Qabbanaa'aa lafa hektaara 87.6 uwwisu har'a ifatti eebbisiisaniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa…

Continue ReadingImaanaa uummataa amanamummaa, cichoomina fi qajeelummaadhaan raawwanna- MM Abiyyi Ahimad