Taphni Goobee fi Shinooyyee akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta’uu qaba jedhan Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee.
Abbootiin Gadaa fi Haadhooliin Siinqee Tapha Goobee fi Shinooyyeerratti ibsa miidiyaaleef kennaniiru.
Kaarnivaalli waggaa waggaan barii Birraaf misiraachoo ta’e kun Finfinnee dabalatee kutaalee Oromiyaa gara garaatti geggeeffama.