Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuun akka addunyaatti kan jalqabaa ta’u Minisirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan

You are currently viewing Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuun akka addunyaatti kan jalqabaa ta’u Minisirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan

AMN PLUS- Adoolessa 24/2017

Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuun akka addunyaatti kan jalqabaafi seenaa haara ta’uu Minisirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsaniiru

Ministirri Muummee Godina Jimmaatti biqilituu dhaabuun ifatti sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoon 700 dhaabuu eegalchiisaniiru.

Minsitirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaatiin biqiltuu biliyoona 8tti siqu akka dhaabamuu himuun waggottan 7 darban waliin biqiltuu biliyoona 48 ni taasisa jedhan

Minisitirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ergaa dabarsaniin sagantaan ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoona 700 dhaabuu irratti hawaasni hundumtuu bal’inaan bahee akka dhaabu waamicha dabarsaniiru

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply