AMN PLUS- Onkololeessa 02/2018
Atileet Hawwii Fayisaa Maaraatoonii Chikaagoo injifatte.
Hawwiin fiigicha kana sa’aatii 2f daqiiqaa 14f secondii 56’n yoo injifattu seenaa Maaraatoonii dubartootaan sa’aatii saffisaa 5ffaa ta’uun galmaa’eera.
Atileet Hawwiin Maaraatoonii Tookiyoo bara 2025 sadarkaa 3ffaan xumuruun ni yaadatama.
Tagany Bafiqaaduutiin