Waggaa 65ffaa Ashaaraa Miila Duwwaa: Atileetii Angafaa Kumaalaa Baashaa Waamii Birraatuu
AMN PLUS- Waxabajjii 19/2018 Sagantaan injifannoo Atileetii Kumaalaa Baashaa Waamii Birraatuu waggoota 65 dura biyya Jaappaan, magaalaa Osakaatti miila duwwaatiin fiiguudhaan galmeessisan yaadachuuf qophaa’e Hooteela Haayilee Giraanditti gaggeeffame. Sagantaa kanarratti…