Hirmaattotni Yaa’ii Afrikaa Kaaribiyaanii Shaashamannee galan

You are currently viewing Hirmaattotni Yaa’ii Afrikaa Kaaribiyaanii Shaashamannee galan

‎AMN PLUS- Qaammee 3/2017

‎Hirmaattonni yaa’ii 2ffaa Afrikaa- Kaaribiyaanii daawwannaa hojiif Shaashamannee galuun isaanii ibsameera.

‎Hirmaattonni kunneen wayita buufata xiyyaaraa Hawaasaa gahan hoggantoota olaanoo Mootummaatiin simatamaniiru.

‎Hirmaattotni yaa’ichaa Lammiilee Jaamaayikaa Shaashamannee keessa jiraatan waliin wal arguuf achitti akka argaman beekameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply