‘’Hordoftootni Amantaa Kiristaanaa marti baga Ayyaana Faasikaa nagaan geessan’’ –Obbo Adam Faaraah

You are currently viewing ‘’Hordoftootni Amantaa Kiristaanaa marti baga Ayyaana Faasikaa nagaan geessan’’ –Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS – Ebla 11, 2017

Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti, Pirezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaafi Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Dimokiraasii Obbo Adam Faaraah, yeroo ayyaana kana kabajnu kutaalee hawaasaa deeggarsa barbaadan yaadaa ta’uu qaba jedhan.

Warra Uffata daare daara baasuu, Kan beela’e nyaachisuu, qorqalbii waliif yaaduu duudhaa Itiyoophiyummaan dhanga’iyameen ayyaanicha dabarsuu qabna jedhan.

Ayyaanni Faasikaa kan nagaafi gammachuu isiniif haa ta’u jechuun karaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin himaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply