Itoophiyaafi Keeniyaan 1-1 walqixa bahan

You are currently viewing Itoophiyaafi Keeniyaan 1-1 walqixa bahan

AMN PLUS-Fulbaana 11/2018

Gulaallii Waancaa Dubartootaa Addunyaa Umrii 20 gadiin Itoophiyaan Keeniyaa waliin 1-1 qixa baate.

Tapha har’a Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti gaggeeffameen haala roobaa rakkisaa keessa kan taphatan gareewwan lamaan walqixaan xumuraniiru.

Keeniyaan daqiiqaa 1ffaa irratti goolii jalqabaa argattus Immishuu Xilaahun Itoophiyaa walqixxeessite.

Taphni deebii torbee booda Keeniyaatti gaggeeffama.

Tagany Bafiqaaduutiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply