Itoophiyaan kenna tajaajilaa ammayyeessuun hojii bu’aa qabeessa ta’e hojjechaa akka jirtu Obbo Tamasgeen Xurunaa dubbatan

You are currently viewing Itoophiyaan kenna tajaajilaa ammayyeessuun hojii bu’aa qabeessa ta’e hojjechaa akka jirtu Obbo Tamasgeen Xurunaa dubbatan

AMN PLUS- Waxabajjii 14/2017

Yaa’iin guyyaa tajaajila ummataa (public service day) 10’ffaan Magaalaa Finfinnee Galma Gamtaa Afrikaatti taa’amaa jira.

Guyyaa kanas Komishiniin siviil sarvisii Federaalaa fi Gamtaan Afrikaa waliin ta’uun kan qophaa’e yoo ta’u guyyaan tajaajila ummataa akka ardii Afrikaatti waggaa lama lamaan kan taa’amu dha.

Itoophiyaan hojiilee riifoormiifi kenna tajaajilaan bu’aa buusaa jirtuun dorgomtee qopheessuuf akka filatamtetu himame.

Dhaabbileen tajaajila ummataaf kennan riqicha ummataafi mootummaa ta’uun hojjachuu akka qaban kan ibsan Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa, akka Itoophiyaatti tajaajilli ummataa ammayyaawaa jirachuu eeraniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply