Yaa’iin Sirna Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 2ffaarratti hirmaachaa kan jiran Daarektarri Ol’aanaan Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa (FAO) Zyu Daayuungi jijjiiramni Itoophiyaan galmeessaa jirtu dinqisiifaataniru.
Daarektarri Ol’aanaan Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa (FAO) Zyu Daayuungi hojiiwwan misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjetamaniifi ijaarsarra jiran daawwataniiru.
Daawwannaan boodas hojiiwwan misoomaa Magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiran jajjabeessaa ta’uu eeran