Jiilli Ispoorteessitoota Tapha Guutuu Itoophiyaa6ffaa irratti hirmaataa jiran Magaalaa Aggaaroo kaampaasii Aggaarootti biqiltuu dhaaban.
Sagantaa dhaabbii biqiltuu kana irratti Deetaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Makkiyyuu Mahaammadiin dabalatee hooggantoonni seektara ispoortii naannoolee fi bulchiinsota magaalaa akkasuma,ispoorteessitoonni naannoolee adda addaa irra dhufan irratti hirmaataniiru.
Misikkir Alamaayyootu gabaase.