Jilli Qondaalota Keeniyaa Irraa Sirna wal harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Booranaa72ffaa irratti hirmaachuuf dhufe Jila aadaa Booranaan simatame.

You are currently viewing Jilli Qondaalota Keeniyaa Irraa Sirna wal harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Booranaa72ffaa irratti hirmaachuuf dhufe Jila aadaa Booranaan simatame.

AMN PLUS- Guraandhala 29, 2017

Jila kana dursuun kan dhufan Keeniyaatti bulchaa bilchiinsa Marsabit Mahaammad Maammud Alii yoo ta’an Mana Maree keeniyaatti bakka buutuun dhimma dubartoota Marsabit Naahoomee jiloo Waaqoo fi qondaalonni biroos jila kana hirmaachuuf dhufan.

Daangaa lafaa malee garaagarummaa biraa hin qabnu kan jedhan jilli kun erga baga jila geessanii pirezedaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo dhaamanis uummataan gahanii jiru.

Caalaa Barakaatuu gabaasee

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply