Kantiibaa Adaanech Abeebee ajandaalee Biyyalessa gurguddoo hawaasni waliigalee hojjete keessa inni guddaan hojii ashaaraa magariisaa ta’uu ibsan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebee ajandaalee Biyyalessa gurguddoo hawaasni waliigalee hojjete keessa inni guddaan hojii ashaaraa magariisaa ta’uu ibsan

AMN PLUS- Adoolessa 24/2017

Kantiibaa Adaanech Abeebee ajandaalee Biyyalessa gurguddoo hawaasni waliigalee hojjete keessa inni guddaan hojii ashaaraa magariisaa ta’uu ibsaniiru

Kantiibaa Adaanech Abeebee sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo qorqara laga Ginfilleetti dhaabaniiru.

Sagantaan ashaaraa magaariisaa waggottan 6n darban akka guutuu biyyaatti adeemsifamen hojii guddaan hojjetameera jedhan.

Hojii ashaaraa magariisaa bara 2017 itti fufsiisuuf garaagarummaa saalaa, umurii, sabaa, amataa fi ilaalcha siyaasaa malee ashaaraa dhaloota baruuf ta’u ceesisuuf akka ta’e ibsan.

Biqiltuun dhaabaman gaaddisaaf, miidhaginaaf mukeren bosonaa qofa osoo hin taane kan nyaataaf oolan waan ta’eef, kan itti wabii nyaataa keenya itti mirkaneesinudha jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply