Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee miseensota mana maree magaalaa Finfinnee waliin ta’uun gaara Inxooxxoorratti biqiltuu dhaabaniiru.
Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin dhaabuun bayyanachuu, har’a ganama miseenosta mana maree waliin gaara Inxooxxoorratti biqiltuu dhaabneerra jedhan.